Day 11
Tokkummaa duraan isa waliin qabna turretti deebi'uuf, saba maqaa isaatti waamamu ta'uuf guyyaan isaa har'a. Haala rakkisaa kam keessayyuu yoo jiraatte jaalalli waaqayyoo akka ati qalbii jijjiirrattuufi gara mootummaa isaatti deebitudha. Sababni isaa immoo waaqayyo waaqa araaraati, gaarummaan isaas baayyeedha.
Waaqa obsaan akka ati gara isaatti deebitu si eegu kanaaf har'a deebii maalii kennita?
Kottu obboleessa/ttii koo! Waaqa araara qabeessa kanaan yaadatamteetta.
“ Waaqayyo , Waaqayyo Waaqa gara laafessaa fi arjaa, kan dafee hin aarre, kan jaalallii fi amanamummaan isaa guddaa"
Seera Baʼuu 34:6
#Yesus_nama_hundumaa_ni_jaallata
#tesfa #hope #abdii
Follow Tesfa on:
Instagram | Facebook | Telegram | TikTok | Youtube | Threads
t.me//Youth4Christ1