የትንሳኤ በዓልን የኮሪደር ልማት ላይ ከተሰማሩ ሰራተኞች ፣ኮንትራክተሮች እንዲሁም አማካሪዎች ጋር በዓልን በስራ ቦታ አክብረናል።
አዲስ አበባን እንደ ስሟ ውብ እና አዲስ ለማድረግ ቀን ከሌት ለምታደርጉት ትጋት እያመሰገንኩ በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር፣ የደስታ እና የመተሳሰብ እንዲሆንላችሁ እመኛለሁ።
መልካም በዓል!
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ህዝቦቿን ይባርክ
Ayyaana du'aa ka'uu;hojjettoota misooma koriidarii irratti bobba'an waliin, koontiraaktaroota akkasumas gorsitoota waliin ayyaanicha bakka hojiitti kabajneerra.
Finfinnee akkuma maqaa ishee abaaboo miidhagduu taasisuuf halkanii fi guyyaa dadhabbii taasistaniif isin galateeffataa ayyanichi kan nagaa ,jaalalaa,gammachuu fi waliif yaaduu akka isiniif ta'un hawwa.
Ayyaana Gaarii!
Waaqni Itoophiyaa fi Uummata Ishee Haa Eebbisu!
@adanechabiebie