Forward from: HIKMAA TUBE
SALAFIYYOOTAF💥
GORSA SHEEKH XAAHAA KHADIR (ABUU ABDULLAAH) - Rabbi isaan haa tiiksuu
✨────────۞────────✨
GAAFII:- “Obboleeyyan Keenya Salafiyyootaa gariin, Garee Warri Ikhwaanaa irratti qaraasisanii fi Kan Talbiisni (Haqaa fi Dhara walitti laaquun) keessa jiru seenanii isaanirraa qara'u, Kanas Osumaa dogoggora isaanii arganii “Wallaalummaa irra isaanumarraayis taatu qara'uu wayya” jedhan, Kana akkamitti ilaaltu?!
DEEBII 〖SHEIKH XAAHAA KHADIR〗:-
الحمد لله، والصلاة والسلام على رسول الله وعلى آله وصحبه أجمعين
أيها الأحبة، السلام عليكم ورحمة الله وبركاته...
⚫️ Obboleeyyan kiyyaa, dhimmi kun rakkoo yeroo ammaa kana heddu Keenya irratti Muldhatuu fi Kan sirraahuu qabuudha. Akkuma Hadiisa Sheekh Albaaniin Sahiiha jedhaniin Keessatti Ergamaan Rabbii ﷺ :-
” لا تقوم الساعة حتى يلتمس العلم عند الأصاغر “
“Qiyaaman hin dhaabbattu hanga ilmiin/beekumsi Warroota xixiqqoolee irraa barbaadamutti” Jedhan.
👉 ❝Xixiqqoolee ( الأصاغر)❞ Jechuun Warra Umriin isaanii Xiqqoo (Kan Ammaayyuu Umrii isaanii ilmii barachuu keessatti hin dabarsin) ykn Warra Kan Bida'aa Kan Bida'aan isaan xiqqeessite jechuudha.
👉 Faallaa Kanaan immoo Warri nuti ilmii irraa qabachuu qabnu Gurguddoota Keenya, Warra Waggoota heddu ilmii keessatti dabarsuu waliin Karaa Sunnaa irra jiraniidha. Akkuma,
البرَكةُ مع أكابِرِكم
❝Barakaan Gurguddoota keessan waliin jirti❞ jedhame!
👉 Warra Bida'aa Kanatti Siquun/Maxxanuun balaa akka qabu Rabbiin akkas jechuun nu akeekkachiiseera:-
وَلَا تَرْكَنُوا إِلَى الَّذِينَ ظَلَمُوا فَتَمَسَّكُمُ النَّارُ... الآية (سورة هود : ١١٣)
❝Warra badii tti hin Irkatinaa /isaan waliin hin ta'inaa, Gara isaanii hin dabinaa, gargaarsa isaanirraa hin barbaadinaa Jechuudha/, ibiddaatu isin argataatii❞ Jedheera.
👉 Warroonni ilmii Warra Bida'aa irraa barbaaddan, ilmiin isaan bira hin jirtu tahuu beekaa.
قال العلامة الألباني رحمه الله :
"لا تجد في الإخوان المسلمين عالما"
( الهدى والنور ٣٧١)
Sheekhul Albaanin - Rahimahullaah - akki jedhan,
❝Firqaa Ikhwaanal Muslimiin keessatti Nama Aalimaa tokkos hin argitu❞ (Al-Hudaa Wan-Nuur 371)
👉 Barattoonni ilmii wayita Garee tokko ykn Nama Tokko irraa qara'uu barbaaddan waayee nama sanii ofii keessanii murteessuu osoon taane Kanas garu Warra ilmii deebisuun dirqama.
✨────────۞────────✨
© Sheekh Xaahaa Khadir
〖 https://t.me/tahakedirabuabdillah 〗
Gaafa Zul Hijjaa 30, 1443 A.H,
Salaata Asrii booda Gorsa Obboleeyyan Salafiyyootaf Kennan
────────✺────────
https://t.me/Gareehikmaa