AL-GURABA💡አል-ጉረባ💡 الغرباء


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: not specified


قال البخاري رحمه الله.
باب.
العلم قبل القول والعمل.
እውቀት ከንግግር እና ከተግባር ይቀድማል።
Beekumsi jechaa fi hojii ni dursa.

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Forward from: AL-IRSHAAD
Video is unavailable for watching
Show in Telegram
RAMADDIIN KEE GARAMI?”

Walloon:- Khedir M Abomsa

#Irreechi_Shirkiidha
_
Biiftuu Sunnaa
Ib
situu Dukkanaa


Forward from: AL-GURABA💡አል-ጉረባ💡 الغرباء
Share waliif godha jezakumullah


Forward from: AL-GURABA💡አል-ጉረባ💡 الغرباء
Fulbaana tookko
❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌
Ayyaanni tokkos hin jiruu
fulbaana tokko irratti
Seenaan isa hin beeku
galmee muslimootaa keessatti
Naadhagayi obboleessoo
atis obboleetti
Hin sobamin yeroo hundaa
diinii kee iratti

Bara maatiyoos ykn yohaannisii
Jedhaa sobamuu ufirraa fageessi

Fulbaanni tokkos akka guyyaa biraa
Nama rabbiin gabbaruuf
onnee isaatirraa
guyyaa rabbiin file malee hundumtuu tokkumaa guyyaan gara garaa

nama Toohida qabatee
shirkii irraa fagaateeef
Fulbaanni tokko maali isaaf??
Namni salphate ammoo
Kana qofaa mitii kan si ajaa'ibuu!
Hoyya hooyyeef ababaayyishoo
jela garaa dhibuu!

Dibbee rukutaa harkkas walitti tumuu
Kana hunda jela
rabbiin nu haabaasu yoomuu

Ani himee jiraa musliimonni dhiisaa
Uf kabajaatii diinis kabachiisaa.

#ibnu muhammed
@allguraba


عنِ الزُّهريِّ قال: (كان من مَضَى من عُلَمائِنا يَقولونَ: الاعتِصامُ بالسُّنَّة نَجاةٌ)رواه ابن بطة في (( الإبانة الكبرى )) ( 1/320) واللالكأي في (( شرح أصول اعتقاد أهل السنة )) 1/106


Darajaa jiini kun qabuu fii keessaa darajaa soomni guyyaa aashuuraa'aa qabu.

Sh_ismaa'il_umar_ rabbiin isaan haa tiyssuu
"""""
T.me/Gareehikmaa


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Waa'ee soomaa aashuuraa hiika fi seenaa waliin
Share waliif godhaa
@allguraba


Forward from: TAFSIIRA QUR'AANAA 📖
🔴 Hiikkaa Qur'aanaa barachuun Dirqama‼️
👉 Qur'aana Lafzii Sagaleen qara'uu qofa osoon hin taane, Hiikkaa/Tafsiira isaa beeku fi Waan itti ajajutti dalaguun dirqama!!!

قال ابن تيمية وابن القيم: "والصحابة - رضي الله عنهم - أخذوا عن الرسول صلى الله عليه وسلم لفظ القرآن ومعناه" ( التفسير الكبير، 2/104، 253، الصواعق، 440)
Sheekhul Islaam Ibnu Teeymiyaa fi Ibnul Qayyim Al Jawzii illee akki jedhan:-
Sahaabonni - Rabbiin toltuu isaanii irraa haa qeebaluutii - Ergamaa Rabbii ﷺ irraaLafzii/Dubbisa isaa fi Hiikkaa isaas irraa kan qabatan turan”.

👉🏿 TAFSIIRA QUR'AANAA Afaan Oromootin hordofuudhaf garee tana irraa argattu
👇👇👇
https://t.me/TafsiiraQur_aanaa
https://t.me/TafsiiraQur_aanaa
https://t.me/TafsiiraQur_aanaa


Forward from: HIKMAA TUBE
SALAFIYYOOTAF💥

GORSA SHEEKH XAAHAA KHADIR (ABUU ABDULLAAH) - Rabbi isaan haa tiiksuu
✨────────۞────────✨
GAAFII:- “Obboleeyyan Keenya Salafiyyootaa gariin, Garee Warri Ikhwaanaa irratti qaraasisanii fi Kan Talbiisni (Haqaa fi Dhara walitti laaquun) keessa jiru seenanii isaanirraa qara'u, Kanas Osumaa dogoggora isaanii arganii “Wallaalummaa irra isaanumarraayis taatu qara'uu wayya” jedhan, Kana akkamitti ilaaltu?!

DEEBII 〖SHEIKH XAAHAA KHADIR〗:-
الحمد لله، والصلاة والسلام على رسول الله وعلى آله وصحبه أجمعين
أيها الأحبة، السلام عليكم ورحمة الله وبركاته...
⚫️ Obboleeyyan kiyyaa, dhimmi kun rakkoo yeroo ammaa kana heddu Keenya irratti Muldhatuu fi Kan sirraahuu qabuudha. Akkuma Hadiisa Sheekh Albaaniin Sahiiha jedhaniin Keessatti Ergamaan Rabbii ﷺ :-
” لا تقوم الساعة حتى يلتمس العلم عند الأصاغر “
“Qiyaaman hin dhaabbattu hanga ilmiin/beekumsi Warroota xixiqqoolee irraa barbaadamutti” Jedhan.

👉 ❝Xixiqqoolee ( الأصاغر)❞ Jechuun Warra Umriin isaanii Xiqqoo (Kan Ammaayyuu Umrii isaanii ilmii barachuu keessatti hin dabarsin) ykn Warra Kan Bida'aa Kan Bida'aan isaan xiqqeessite jechuudha.

👉 Faallaa Kanaan immoo Warri nuti ilmii irraa qabachuu qabnu Gurguddoota Keenya, Warra Waggoota heddu ilmii keessatti dabarsuu waliin Karaa Sunnaa irra jiraniidha. Akkuma,
البرَكةُ مع أكابِرِكم
Barakaan Gurguddoota keessan waliin jirti❞ jedhame!

👉 Warra Bida'aa Kanatti Siquun/Maxxanuun balaa akka qabu Rabbiin akkas jechuun nu akeekkachiiseera:-

وَلَا تَرْكَنُوا إِلَى الَّذِينَ ظَلَمُوا فَتَمَسَّكُمُ النَّارُ... الآية (سورة هود : ١١٣)

❝Warra badii tti hin Irkatinaa /isaan waliin hin ta'inaa, Gara isaanii hin dabinaa, gargaarsa isaanirraa hin barbaadinaa Jechuudha/, ibiddaatu isin argataatii❞ Jedheera.

👉 Warroonni ilmii Warra Bida'aa irraa barbaaddan, ilmiin isaan bira hin jirtu tahuu beekaa.
قال العلامة الألباني رحمه الله :
"لا تجد في الإخوان المسلمين عالما"
( الهدى والنور ٣٧١)
Sheekhul Albaanin - Rahimahullaah - akki jedhan,
Firqaa Ikhwaanal Muslimiin keessatti Nama Aalimaa tokkos hin argitu❞ (Al-Hudaa Wan-Nuur 371)

👉 Barattoonni ilmii wayita Garee tokko ykn Nama Tokko irraa qara'uu barbaaddan waayee nama sanii ofii keessanii murteessuu osoon taane Kanas garu Warra ilmii deebisuun dirqama.
✨────────۞────────✨
© Sheekh Xaahaa Khadir
https://t.me/tahakedirabuabdillah

Gaafa Zul Hijjaa 30, 1443 A.H,
Salaata Asrii booda Gorsa Obboleeyyan Salafiyyootaf Kennan
────────✺────────
https://t.me/Gareehikmaa


❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌
⛔️ أنواع الشرك ⛔️
Gosoota shirkii

✨شرك أكبر :
Shirkii Guddicha

✨وهذا النوع من الشرك :
Gosti shirkii guddaa kuni
✨يخرج الإنسان من الملة
Dangaa islaamummaa keessaa nama baasa
✨ويخلد صاحبه في النار
✨إذا مات ولم يتب منه
Namni isa hojjate Ibidda jahaannamaa keessa zalaalam tura,yoo irraa osoo hin toybatin du'e.

🔶 تعريفه :

🔹 وهو صرف شيء من أنواع العبادة لغير اللّه
Shirkiin guddaan kun gosoota ibaadaa keessaa kamiiyyuu qaama Rabbiin ala jiruu kennuun argama.
👈الأمثلة عليه :
Fakkeenyota garii walitti hidhamiinsa amma ummanni keenya irra jiru wajjiin wal bira qabnee haa ilaalluu
⛔️ كدعاء غير اللّه
Qaama Rabbii ala jiru Kadhachuu
⛔️والتقرب بالذبائح والنذور لغير اللّه من القبور والجن والشياطين
Goora'iinsaa fi Qodhaa qaamota akka ,jinnii,qabrii fi sheeyxaana namaa(qaalluu,qaalittii,Raagduu fi namoota nu waliyyi jedhaanii ganda irra deeman) godhuufii.
⛔️ والخوف من الموتى أو الجن أو الشياطين أن يضروه أو يمرضوه
Namoota du'anii fi jinniiwwan nama miidhuu ykn dhibamsiisu jedhanii sodaachuu
⛔️ ورجاء غير اللّه فيما لا‌ يقدر عليه إلا اللّه من قضاء الحاجات وتفريج الكربات مما يمارس الآن حول الأ‌ضرحة المبنية على قبور الأ‌ولياء والصالحين
Waan qaamni Rabbiin ala jiru hin dandeenye irratti abdachuu.Fkn Hajaa Xumuuruu,Rakkoo irraa bilisa baasuu, kan namni yeroo ammaa naannoo qabrii saalihootaa fi waliyyootaatti dalagu.

قال تعالى : {وَيَعْبُدُونَ مِنْ دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَضُرُّهُمْ وَلَا يَنْفَعُهُمْ وَيَقُولُونَ هَؤُلَاءِ شُفَعَاؤُنَا عِنْدَ اللَّه}[يونس 18]
Rabbiin akkana jedha
(Qaama Rabbiin ala jiru kan isaan hin miineefi hin fayyadne gabbaru, Kunniin bar maanguddoota keenyaa Rabbiin biratti jedhu)

Barnootota birootiif
@allguraba


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Nama onneen isaa boona itti bareechittee gabbartii Allaahii irraa isa dagdeef,
Hasan Al-Basriin akkana jedhan
"Bar atiin ilmi namaa kun Iddoo ittiin fincaanamu keessaa yeroo lama baatee,Akkamiin ibaadaa Rabbii irraa boonta?!"
✨Turtii garii sheeka sunnaa as-sheyki ABDULKARIIM wajjiin Rabbiin isaan haa tiksuutii.
Ergaawwan biroof....
https://t.me/+SMtNLRYVNugzWZnC
@allguraba


Walgahii Adaamaa 1ffaa Mashaayikhoonni Oromiyaa taasisan irrati Dhaamsa Sheekh Ahmad Yuusuf Abuu Rufeeydaa

በአዳማዉ የኦሮሚያ መሻይኾች ጉባኤ ላይ ሼይኽ አህመድ ዩሱፍ (በአፋን ኦሮሞ) ያስተላለፉት መልዕክት

ጥቅል መልዕክታቸዉ
«የሰለፊያ መንሀጅ ትክክለኛነት፣ ወደሰለፊነት ራስን ማስጠጋትና ለተለያዩ የጥመት አንጃዎች ወቀሳ ቦታ አለመስጠት»

https://t.me/Sunnaa_G_G_Oromiyaa/739




Forward from: النساء السلفي
🔥Ijoollee teessan towhiida barssiisaa
Osoo isaan sibiilaa fii bootaa kabajamttuu jedhanii boota mara hin dhunganne
Osoo muka balbalaa irratti hin sujuudne oso gargaarssa hin barbaanne nama du'e irraa

👉Barssiisi rabbiin malee kan kadhatamu hin jiruu kadhaan rabbiif malee nama biraatiif hin taatuu
Isaan barssiisaa rakkoo hunda jalaa nagaya bayuun rabbiin irratti irkatuun malee hin argamttuu rahmta isaa kajeeluun malee hin argamttuu sababaa dalaguun wajji
👉Isaan barsiisaa dawaan rabbi harka jiraa kan nama fayyisu isaa harka nama tokkoo hin jiruu namni dawaa siif kennuufii dawaan sunis sababa malee .
👉Isaan barsiisaa waanni fuuldura keetii harka rabbii jiraa beekkumsa rabbii tokkichaa qofa keessatti tahaadhaa
👉Isaan barssiisaa hajaa wahii barbaaduun rabbiin irraa malee nama biraa irraa barbaaduun hin tahuu kan samii fii dachii ufumaa jalqabee uume fakeenyi tokko dura dabruun maleti . Yoo waan isa sodaachiisu uf irraa deebisuu barbaades waan san namni isaa argmssiisu hin jiruu rabbii olta'e malee ..
👉Isaan barsiisaa namni waan ani fedhe ykn haajaa tiyya naaf guuta jedhanii qalbii irratti rarraasanis rabbiin qofa gargaarssis rabbuma qofa irraahi qodhaan ykn silatnis rabbuma qofaaf
WARROONNI rabbii asitti kadhataman kun osoo amrii uumamttootaa kana olii gadi oofuu dandahanii dura lubbuma isaanii fayyadan ..
👉Isaan barssiisaa nabiiyyiin rahmataafii nageenyi isaan irratti haa jiraatuu du'an dubarttoonni isaanii qabrii keesatti isa hin kadhanne sahaabonnis hin kadhanne rabbiin isaan irraa haa jallatuu ..
Isaan dirree lolaa meeqa seenan ka dhibee xaa'uun jedhmuun mokkoraman beelaan mokkoraman dhibee garagaraatiin mokoraman isaan irraa namummaan tokko rabbii isaa malee nabiyyii hin kadhanne ..
Isaan irraa warroonni gurgudaanis birmannaa hin barbaanne rabii isaanii irraa malee rabbiif malee waan biraatiif hin sujuudne rabbiif malee waan biraatiif hin boonne
Imimmaan isaanii hin buune rabbiif malee qulqullaahee olta'ee
👉Ijoollee teessan barssiisaa aqiidaa qulqulluu isaan fageessaa isaaniin fagaadhaa bootaa bid'aa shirkii irraa

✋TUNI itti gaafatamummaa teessan fuulduree rabbiititti

::::::::::


« Dursa Aqiidaa Baradhu»

Sheikh Abdulhamiid Awwal (Hafizahullaah)

t.me/BiiftuuSunnaa
Ibsituu Dukkanaa


Hiikaan dhufna inshallah


Forward from: አቡ አዩብ
Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Forward from: AL-GURABA💡አል-ጉረባ💡 الغرباء
Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Forward from: النساء السلفي
⚡أيها السني السلفي تمسك بالكتاب والسنة بفهم سلف الأمة اثبت على الحق فصبر عليه ولو قالو ما قالو ولا تلتفت إليهم فل يقل الأعداء ما شاء

💫Ayyuha_ssunniyyu_ssalafiyyu

Qur'aanaa fii hadiisa qabadhu hubannaa salafa ummata kanaatiin
Haqa irratti raggai haqa irraa gadi dhaabbadhu irrattis obsi osoo jedhanillee waan jedhan gara isaanii hin mildhatin xilaattowwan waan fedhan haa jedhanii

✋Duruma nabiyyiin akka namni salafa faallessu jiru-argamu isaan xiqqeessu jirus nuuf himan

👌حيث قال صل الله عليه وسلم
لاتزال طائفة من أمتي - هؤلاء هم السلف هم السلفيون – على الحق ظاهرين
لا يضرهم من خذ لهم ولا من خالفهم
حتى يأتي أمر الله تبارك وتعالى ،

قال العلامة الدكتور بقية السلف
الشيخ صالح الفوزان حفظه الله وطول الله عمره على ماهو عليه من الخير
هؤلاء هــــــم الـــســلــف
هــم السَّـــــــــــــلَــــفِــــيُّــو ن

✋Wayta jedhe rahmataa fii nageenyi isaan irratti haa jiraatuu
Hin deemtu xaa'ifaan ykn murni wahii kan ummata kiyya irraa taate - warri kun salafa salafiyyoota – haqa irratti tahuu irraa ka isaan hin miine namni isaan xiqqeessuu fii namni isaan faallessus hanga amriin Rabbii dhuftutti qulqullaahee - guddatee oltahee

♻️ فقوله صل الله عليه وسلم: لا يضرهم من خذلهم ولا من خالفهم يدل على أنه سيكون من يخالفهم، ويكون من يخذلهم، ولكن لا يهمهم ذلك بل يأخذون طريقهم إلى الله عز وجل ويصبرون على ما أصابهم،

✋Jechi nabiyyii rahmataa fii nageenyi isaan irratti haa jiraatuu :
Kan Isaan hin miine namni isaan xiqqeessuu fi kan isaan faallessu jedhu namni isaan faallessu ni argama ni jira, kan isaan xiqqeessu hin argamaa hin jiraa irratti qajeelcha , garuu kun isaan hin yaadessu , inumaa karaa Rabbii qabatanii irra deeman waan karaa san keessatti isaan irra gahe irratti ni obsan ,


✋Kanaafuu obsi haqa irra gadi dhaabbadhu hin hohollatin duulli Kijibaa kan salafiyyoota irratti godhamu karaa cufaan karaa addunyaa gubbatti shirkii fii bid'aa kuraafaata wamaa homee irraa nagaya ittiin baatu kan aakiratti ibidda jahannam jalaa ittiin baatu irraa si dabarssee qilee si hin buusin

🗣️Kijibni ololli duulli garagaraa kan salafiyyoota irratti godhamuu fii manhaja salafaa irraa ummata baqachiisuuf godhamu qoftiyyuu karaan kun karaa haqaa tahuu isaa ibsuuf ragaa tokkoon alatti gayaadha nama aqlii qabuuf

😴 Dammaqaa... Dammaqaa
Dammaqaa... Dammaqaa

""""""""""
https://t.me/QNSELEFIYA


Video is unavailable for watching
Show in Telegram


❌❌★ ከሴት ጋር ወሬ ★❌❌

በአሁን ሰዐት ብዙ አይነት ንግግሮች በብዙ አይነት ሶሻል ሚዲያዎች ከአጂነብይ ወንድና ሴት መሀል በብዙ አይነት ምንገድ ወንድሜ ነሽ እህቴነሽ በሚል ስም ወሬ ሲወነጫጨፍና ዲን ሲጭበረበር የሚታየው እጅግ በጣም ብዙ ነው።
ከሚባሉት ንግግሮች ውስጥ:

① ለአላህ ብዬ ወድሻለሁ, የምትለዋ ቃል በተደጋጋሚ የምትገኝ ከተራው ልጅ ይቅርና ትንሽ አውቋል ከሚባለው ሰው ሁላ የምትገኝ ሆና ይታያል። ይህን ንግግር ወይም ሴት ወንድን ለአላህ ብዬ ወድሻለሁ ማለቷ ወንድም ሴቷን
እንዲህ ማለቱ እንደማይቻልና በል እንደውም የፊትና በር መክፈቻ መሆኑን በደንብ አበጥረው ተናግረዋል።

★ ሌላው ቀርቶ ሀታ ለአጅነብይ ሴት ሰላምታ ማውረድ ለራሱ ለፊትና በር መክፈቻ ይሆናልና አይቻልም ያሉ ኡለሞችም አሉ★

እናም: አንተ ወንድሜ ሆይ ስማኝ ልጠይቅህ,

① ስሜት ከበጠበጠህ ነብያችን ማግባት የቻለ ያግባ ብለዋልና አትቸገር ማግባትኮ ሀራም አደለም
ሱና ነው ይህንንም ከማሰብ አኳያ አግባ ውለድ በቃ አትፍራ ሰው እንዲህ አለኝ አትበል ስለራስክ የምትወስነው
እራስክ አንተ እንጂ ሌላ ሰው አይወስንልክም, ደግሞ በሱና ታፍራለክ እንዴ⁉️

② ወንድሜ ሆይ የዋሃ እህቴን አታማላት አትጫወትባት እውነት ካዘንክላት አግባት አይ ለማግባት ዝግጁ
አደለሁም ካልክ ደግሞ ሀቂቃ የምታዝንላት ከሆነ በተራ ወሬ ከምትሸውዳት በግልፅ እንደማትሆናትና
አንተ ትልቅ አላማ እንዳለህ ንገራት,

🛑 ወንድሜ🛑

አላማ አለህ❓

① ለወደፊት ኡማን የመጥቀም አላማ አለህ❓
② ለወደፊት ዲንን የመርዳት አላማ አለህ❓
③ ለወደፊት ሱናን የማስፋፋት ቢድአን የመከትከት አላማ አለህ❓

መልስህ አዎ ከሆነ ታዳ ካንተ ምንድን ነው የሚጠበቀው❓

❌እህቴም አትሞኚ በአሁን ሰዐት ወንዱ የሚያደርገው ቅጥ አንባሩ ጠፍቶታታል ሲፈልግ
ወድሻለሁ ይልሻል ሲፈልግ አገብሻለሁ ይልሻል ሲፈለግ ለወደፊት እንዲህ አደርግልሻለሁ
ይልሻል ሀቂቃ ካገባሽ ከወደደሽ የወደፊት ቀጠሮ ምናስፈለገው❓

ወላሂ እህትዋ አያሙኝሽ በቴሌግራም ወጥቶ የፃፈና አረበኛ ያነበበ ብቻ እንዳይመስልሽ ባል የሚሆነው
ስንት ተቅይ አለ ነፍሱን ከመጥፎ ነገር አቅቦ ጌታውን የሚማፀን ስንት አለ ሲወድሽ በኒካህ ብቻ የሚፈልግሽ
ስንት አለ በቂርአት ጊዜውን አባካኝ ስንት አለ።።።።።።።።።።።።።።

ሀቂቃ እህቴ እንደ እኔና አምሳያዬ ማረጦ ጣጣ የለሽ ሰነፍ ሰው እንዳይሸውድሽ
ተጠንቀቂ‼️ ወንድን በልቁ አትመኚ ስንት ወንድ አለ ለወሬ ማሳለፊያ የሚፈልግሽ❓
ስንት ወንድ አለ ለስሜቱ መርኪያ የሚፈልግሽ❓ስንት ወንድ አለ ለብልግና የሚፈልግሽ❓

ንቂ እንጂ እህቴ☝️

የሱ ቃላት ዝክዘካ በፍፁም አይሸውድሽ አንቺን ለአላህ ብሎ የፈለገሽ ወንድ በሶሻል ሚድያ
አንቺን ለብቻሽ አደለም የሚያወራሽ እህቴ ሀቂቃ በአሁን ሰዐትኮ ብዙ አይነት ሰው አለ
ሰለፍይ ነኝ ብሎ የሰለፍይን ኩታ ለብሶ ጃፖኒው በወንጀል የተጨማለቀ ውስጡ ሸሪአን በጣሱ
ነገራቶች የታመቀ ስንትና ስንት አለ❓❓

አደራ እህቴ❗️ እንዳይሸውድሽ አንዴ ከተሸወድሽ በቃሽ ሁለተኛ እንዳይበላሽ
ሙእሚን ከአንድ ጉድጓድ ከወጣ እባብ ሁለቴ አይነደፍም ተጠንቀቂ እህቴ❗️❗️❗️

✍ أبو الريس السلفي
@allguraba

20 last posts shown.

205

subscribers
Channel statistics