Jaal Marroon fuula FB isaan akkas jedhee ture:
Har'a onnee keenya keessa sodaan hinjiru, lafti dhaabbannee jirtu kan raafamtu miti; kunis lafee ilmaan Oromoo xiqqaa haga guddaa itti hurraa'eetin riqaa nuuf ta'eeti. Amma dhaloota hin sobamne, hin marfamnefi duuba hindeebine taanerra. Firaaf alagaaf nuti akka waan hinmilkoofne milkeessinu fi sana ammoo akka duubatti hindeebisne agarsiifnerra. Nuti diinota keenya irraa mirga uumamaa keenya hin gaafannu ykn hin eeggannu. Mirgi saba sarbaeef ofiin hin galu, yoo falmatan malee. WBOtti makamaa, wajjin hidhadhaa, mirga keessaniif falmadhaa. Of ittisuun ykn mirga ofiif falmachuun heera uumamaati, eenyuyyuu kana haaluu hin danda'u; yeroo hireen karaa nagaa jiruu ilma namaatti cufamu ykn dhabamu...
Hiika isaa muraasa maxxansa durii keessaa!