Amani malee hin sodaatin!
๐ Luq. 8 โดโน Utuu inni kana dubbachaa jiruu immoo namni geggeessituu mana sagadaa sanaa tokko, ergaa himuu dhufee,Yaayirosiin, "Intalli kee duuteetti si'achi barsiisicha hin dhamaasin!" jedhe. โตโฐ Yesus garuu kana dhaga'ee Yaayirosiin, "Hin sodaatin, 'amani duwwaa! Isheenis in fayyiti" jedheen.
๐ Yesus utuu inni tuuta namootaatiin marfamee jiruu gaggeessaan mana sagadaa isaanii tokko gara Yesus dhufe. Kana gidduutti garuu dubartittiin dhiigni ishee waggaa 12 dhangala'e tokko garaasheetti Shaashara wayyaasaa yoon xuqe nan fayya jettee waan yaaddeef murteeffattee isa xuqnaan Yesus, "Intala koo amantiin kee si fayyiseera." ittiin jedhe. Utuu isaan kana ilaalaa jiraanni jarri tokkos dhufanii Yesuusiin Yaayirosiin, "Intalli kee duuteetti si'achi barsiisicha hin dhamaasin" jennaan Yesuus kana dhaga'ee Yaayirosiin, "Hin sodaatin, 'amani duwwaa!" jedheen.
๐ Macaafa qulqulluu kana keessa si'a 365 ol hin sodaatin jedhamee caafamee jira.
๐ Isa. 43 ยน Amma garuu yaa Yaaqoob, yaa Israa'el, Waaqayyo inni si uume, inni si tolches, "Ani si fureera hin sodaatin, 'Ati kan koo ti' jedhees maqaa keetiin si waameera; ยฒ yommuu ati bishaan keessa adeemtu ani sii wajjinan jira, yommuu ati bishaan keessa ceetus bishaan si fudhatee hin badu; ibidda keessa yommuu darbitu hin gubattu, arrabni ibiddaas si hin qabatu;
๐ Bishaan keessa baata malee hin liqimfamtu; abidda keessa darbita malee hin gubattu.
๐ HoE. 27 ยฒโด 'Hin sodaatin yaa Phaawulos, mootii warra Roomaa dura dhaabachuuf jirta; kunoo, Waaqayyo ayyaana isaatiin, namoonni warri si duukaa jiran hundinuu du'a akka oolan, in godha' anaan jedhe. ยฒโต Kanaafis jabaadhaa yaa jarana! Akkuma ergamichaan anatti himame, akka inni ta'uuf Waaqayyoon nan amanadha.
๐ Isa haalli siin jedhu dhageessee hin sodaatin; isa haalli kee jedhu utuu hin ta'in isa waaqayyo waa'ee kee jedhutu raawwata.
Ameen