Microsoft Skype cufuuf jira.
Skype, tajaajila bilbila viidiyoo fi ergaa jalqabaa ta'ee Hagayya 29, 2003 irraa eegalee ture, waggaa 21 booda Caamsaa 5, 2025 guutummaatti cufamuuf akka jiru beeksise. Microsoft bara 2011tti waltajjii kanaan doolaara biiliyoona 8.5n argachuunsaa ni yaadatama. Haata’u malee, sababa lakkoofsi fayyadamtootaa hir’achuu fi Microsoft Teams caalaatti bu’a qabeessa ta'eef Skype ni cufama.
Fayyadamtoonni Skype daataa isaanii gara Microsoft Teams itti dabarsuufis ni danda'ama jedhame.