KANENUS Tech


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Telegram


🚀 Welcome to KANENUS Tech! 🚀
Your one-stop hub for Website Development, Mobile App Development, and Online Business Solutions.
https://adsly.me/@kanenus_tech
Contact: @danimekonnen

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Telegram
Statistics
Posts filter


🎉Get up to $130 first deposit bonus!

👉Use 1xBet Promo Code “QWE”

#ad


Akkataa ittiin Telegram account keessan daqiiqaa 1 keessatti verify godhattani video kana irraa ilaala
👇👇👇👇
https://vm.tiktok.com/ZMk61fKNN/


🥇 በHuluPay ላይ የቴሌግራም ኮከቦችን እንዴት መግዛት ይቻላል ⭐️💳

ለምን የቴሌግራም ኮከቦች ያስፈልጋሉ? 🤔

1️⃣ የቴሌግራም ኮከቦችን በቴሌግራም ውስጥ ለማንኛውም ዲጂታል ክፍያዎች መጠቀም ይችላሉ 💰
2️⃣ተለያዩ airdrop መተግበሪያዎች ውስጥ ለክፍያዎች ሊጠቀሙባቸው ይችላሉ 🎁


📲 ሁሉፔይን ለመጠቀም ሁሉፔይ ሚኒ አፕን
https://t.me/HuluPayOfficialBot/start?startapp=301624537 እዚህ ሊንክ ጋር ያገኛሉ 🔗።


TikTok cufamuufi 😥😥


Airdrop yeroo ammaa hojjetamaa jiran inni Kun baay'ee gaaridha hojjedha
👇👇👇
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=tjd5Jcli




Password ittiin social midea banattan dagachuun rakkoo hunduma keessan mudatudha!

Animmo guyyaa har'aa furmata isaa sinitti haa himu!
👇👇👇👇
https://www.facebook.com/share/r/15HJcwr6wz/


⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
"🚀 Bitcoin breaks records, soaring past $80K! An incredible rally that redefines the crypto market's boundaries. Traders, stay sharp and embrace this moment. Is this just the beginning of a new wave? 🌕💹

#Bitcoin #CryptoSurge #BTCto80K"


BTC 📈


#Oduu_Ammee

Doonaald Tiraamp Pirezidaantii Ameerikaa ta’uun injifatan!


Ramaddii Yuunivarsitii barattoota qormaata biyyaalessaa darbanii karaa
https://placement.ethernet.edu.et
https://t.me/moestudentbot
Ilaaluun akka danda’amu ministeerri barnootaa beeksiseera.


Ramaddiin Yuunivarsitii barattoota qormaata biyyaalessaa darbanii ganama harraa karaa @moestudentbot barattoonni ilaallachaa akka turan odeeffanneerra.

Haa ta’u malee yeroo ammaa kana dalagaa hin jiru.

Ministeerri barnootaa gama isaatiin ramaddiin yeroo dhihootti akka ifoomu beeksiseera.




Xiyyaarri #Itoophiyaa aarri keessatti mul’ate nagaan qubachuu ibsame

Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarri guyyaa har’a Buufata Xiyyaaraa Dirree Dhawaatti qubachuuf osoo jiru aarri keessatti mul’ate nagaan qubachuu beeksise.

Xiyyaarri lakkoofsa balalii ET248 #Finfinnee irraa ka’uun gara #Dirree_Dhawaa balali’aa ture Buufata Xiyyaaraa Dirree Dhawaa qubachuuf qophaa’aa osoo jiru aarri keessatti mul’achuu ibsameera.

Xiyyaarichi buufata xiyyaaraa Dirree Dhawaa nagaan qubachuun imaltootasaa nagaan xiyyaaricha irraa akka buuse daandiin qilleensichaa ibseera.

Kana malees sababa ka’umsa aara kanaa qorachaa jiraachuu ibsuun, taatee muudateef imaltoota dhiifama gaafateera.


Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara akka Afrikaatti jalqabaa ta’an fudhachuufi

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara A350-1000 jedhamu akka Afrikaatti jalqabaa ta’e fudhachuuf ta’uu beeksiise.

Xiyyaarri kun maamiltootaaf tajaajila baay'ee fooyya'aa kennuuf kan dandeesisudha jedhame.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyyaara imaltootaa A350-1000 jedhaman akka Afrikaatti kan jalqabaa ta'e "Ethiopia land of origins" jedhamuun moggaafame baatii Onkoloolessaa kana keessa dhaabbata Erbaas(Airbus) irraa kan fudhatu Hojii gaggeessaan olaanaan Giruuppii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasew ibsaniiru.

Xiyyaarri A350-1000 jedhamu kun daraan ammaayyaa fi teessoo 400 kan qaba yoo ta’u, maamiltootaaf tajaajila olaanaa kennuuf teeknooloojii ammayyaa kan guuttate ta'uu eeraniiru.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara Faranjootaa 2035tti waggaatti imaltoota miiliyoona 67 geejjibsiisuun waggaatti galii Doolaara biiliyoona 25 argachuuf hojjechaa jiraachuu ibsameera.

Yeroo ammaa xiyyaarota 147 qabuun iddoowwan ga’umsaa idil-addunyaa 139 fi biyya keessaa 22 uwwisaa jiraachuu TOI gabaaseera.


Ameerikaatti balaqqeettiin aduu cimaa jedhame lafatti bu’uu ibsame

Ameerikaatti balaqqeettiin/carallaan aduu cimaa jedhame lafatti bu’uu Bulchiinsi Garba biyyaaleessaa fi Naannawaa Qilleensaa Ameerikaa beekksise.

Aduurraa kan dhohee balaqqeettiin kun fageenya maayila miiliyoona1.5 sa’aattiitti imaluun kaleessa waaree booda naannawaa sa’aatii 11:15 lafa qaqqabuu bulchiinsichi himeera.

Balaqqeettii hamaan kun obomboleettii Helen fi Milton kan kutaalee Ameerikaa adda addaa keessatti mudatee lubbuu namoota 230 ol galaafate deebi’ee akka ka’u sababa ta'a jedhamuun sodaa uumuu himameera.

Carallaan aduurraa dhohe kun kutaalee bulchiinsaa Ameerikaa Albaamaa fi Kaalifoorniyaa Kaabaatti waayita sammiirra gara lafaatti bu’u mul’achuu CGTN gabaaseera.


Balaliisaan Xiyyaara utuu balaliisuu lubbuun darbe.

Balaliisan Daandii Qilleensaa Turki utuu Xiyyaara Balaliisuu lubbuun isaa darbuun gabaafame.

Balaliisaan Ilseehiin Peelivaan kan umriin 59 Ameerikaa Siyaatil irraa ka’uun gara Turki Istaanbulitti xiyyaara balaliisaa utuu jiruu dhukkubee kufuurraan lubbuun isaa darbuun eerameera.

Balaliisaan kun lubbuun isaa darbus Gargaaraan isaa xiyyaarichaa rakkoo tokko malee qubachiisuu Dubbii Himaan Daandii Qilleensaa Turki Yaahiyaa Ustuun gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin beeksisaniiru.

Imaltoonni xiyyaarchaa keessaa turaan 350 du’a tasaa balaliisaa mudateen Niwuyoorkiin qubachuun ibsameera.

Daandiin Qilleensaa Turki akka beeksisetti balaliisichi bara 2007 irraa eegalee baliliisummaan hojjechaa akka ture eeruun, baatii Bitootessaa keessa qorannoo fayyaa taasiseen rakkoo fayyaa hojii dhaabsisuun akka hinqabne mirkanaa’uun himameera.

Hanga ammaattis Balaliisicha rakkoo fayyaa balaa du’aaf saaxileen kan hinbeekamne ta’uu BBC’n gabaaseera.

Kanaan dura balaan akkanaa bara faranjootaa 2015 kan mudate ta’uun ibsameera.


🙃 On Bitget


Xiyyeeffannoo!!

Dhaabbileen dhuunfaa garaagaraa Hojii goowwomsaa irratti bobba'anii hojjetaniin hawwaasni burjaaja'aa jiraachuun baayyinaan dhagaahamaa jira.

Namoonni dhuunfaan maqaa dhaabbata garaagaraa da'oo godhachuudhaan Hojii hawwaasa burjaajessuu irratti bobba'anii jiru.

Namoonni hedduun sababa kanaan akka miidhamanii fi maallaqa hedduu akka nyaatamanis himuu irratti argamu.kanneen lubbuu isaanii balleessanillee akka jiran heerameera.

Kanaafuu heeruu keessaan nu qaqqabaa jiru irratti hundaa'uudhaan nutillee hawwaasni dhaabbillee fi Namootaa dhuunfaa akka kanaa irraa akka of eeggattan dhaamsa keenya Dabarsuu jaallanna.


Dhaabbanni Infinity power ibsa baase.

Infinity power ibsa baaseen maqaa Infinity poweritiin wantota Itiyoophiyaa keessatti raawwatamaa jiru Kan isaa akka hin taane fi hojiileen hannaa fi gowwomsaa raawwatamaa jiru keessaa akka harkaa hin qabne beeksiisee jira.

Dabalataaniis 'website' yakki kun ittiin hojjetamaa jirus Kan isaanii akka hin taane hubachiiseera.

Dhimmichas qulqulleessee seeraaf akka dhiheessus himeera.

Sababaa kanaan namoonni hedduun akka gowwomsamaa turanii fi kanneen miidhamanillee akka jiran heerameera.

Gocha kana dhaabbatichi ana miti jechuun haalee Kan jiru yoo ta'u hawwasni qaamoolee akkanaa irraa akkaa of eeggatan hubachiisaniiru.

Odeffannoowwan technology dhugaa ta'an argachuuf
🔽🔽🔽
@kanenus_tech
@kanenus_tech
🔼🔼🔼

20 last posts shown.