JAALALAAF GAA'ELA!
Gaa'elli Yoo Namaaf Mijate Jannata Xiqqoo Lafa irraa; Yoo Namaaf hin qajeelle immoo Gahaannam Xiqqoo lafa irraati!
Gaa'illi Kaayyoo Waaqayyoof ijaaramee namni keessa jiraata!
Gaa'illi Utubaalee SHAN irra dhaabbata.
1. JAALALA(abbaan manaa haadha manaaf Kan kennu. Jaalala abbaan manaa haadha manaaf kennu keessa ulfinni maluuf jira)
2. KABAJA(Haati manaa abbaa manaaf kan kennitu. Kabaja haati manaa abbaa manaaf kennitu keessa jaalalli jira)
3. Amanamummaa( Jireenya waliifis ta'e gaa'ila waliifis amanamuu)
4. WAL HUBACHUU/WAL DHAGA'UU(Miiraan, Dubbiin, Yaadaan, Hojii fi ilaalchaan)
5.AMANTII(Abbaan manaa fi haati manaa amantaan garagara ta'an, gaa'ila keessatti qaama guutuu ta'anii gammachuun waliin jiraachuun ni ulfaata).
Utubaa Gaa'ila Baatu 5 keessaa JAALALLI isa jalqabaati. Jaalala malee gaa'illi hiriyummaa Adurree fi Hantuutaati. Yoom akka walitti gala galanii wal nyaatan hin beekamu!
Bara keessa jiraannu kana immoo Jaalalli gaa'ilaan alatti malee gaa'ila erga waliin ijaarratanii badaa jira. Kanaaf Dargaggootni baayyeen alatti jaalala bakkeen wal fixaa jiru malee, gaa'ila ijaarratanii manatti galaa hin jiran! Jaalalli fi guyyaan jaalalaa gaa'ila keessatti guyyoota hundumaati malee ayyaana eegee miti!
==> Gaa'ila keenya jaalalaan ijaarrannee, Utubaa jaalalaa irratti haa eeggannu!
“Dubbiin kun isinis immoo in ilaala; tokkon tokkon abbaa manaa akkuma kanatti haadha manaa isaa akka ofii isaatiitti haa jaallatu; haati manaas abbaa manaa isheetiif ulfina haa kennitu!”
— Efe. 5:33
==> Gaa'illi jannata lafa irraa eegumsa barbaaduudha!
Gaa'illi jannata bashannanii kan keessa jiraatan qofa utuu hin taane, Kan eegumsa barbaaduudha.
REPOSTED!.
Eebbifamaa!
NUTTII MAKAMUUF
@Farfana1
@BOOJUU_MEDIA1

Namoonnii karaa keessa yaada eessan kenina jechaa jirtan
Kuno Kara username kana kennu dandessuu. @DGM_09
NUTTII MAKAMUUF
@Farfana1
@BOOJUU_MEDIA1