Forward from: MIIRA JECHOOTA
#DV2026
Iyyanni Viizaa (DV) US Diversity (DV) bara 2026 boru irraa eegalee banaa ta'a.
Bara baajataa 2026'f carraa viizaa (DV) hanga kuma 55 ta’u qophaa'ee jira.
Iyyachuuf kaffaltiin hin barbaachisu.
Ameerikaan namoota kumaatamaan lakkaa’aman Itoophiyaa dabalatee biyyoota adda addaa irraa karaa Diversity Viizaa (DV) akka fudhattu beekamaadha.
Boru odeeffannoo bal'aa isiniif dhiyeessina.
@MIIRAA_JECHOOTA