MUL'ATAA KEENYA


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


Warraa of ta'etu,Wal ta'a
Warraa Wal ta'etu, Abbaa Biyyaa ta'a!

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


Forward from: EXO DISK ቤት
⚠️ ለቻነል ባለቤቶች በሙሉ ⚠️

🔵ቻናሎችን ያለምንም ክፍያ በፎልደር እናሳድጋለን።🔵

በአዲስ አሰራር የመጣሁ ሲሆን ከነገ ጀምሮ በ ሶስት ፎልደር የምሰራ ይሆናል፤ የሚሆነውም ።

ከ 1K እስከ 5K አንድ ፎልደር
ከ 5K እስከ 10K አንድ ፎልደር
ከ 10K እስከ 20K አንድ ፎልደር

ከ 1K እስከ 50K Subscribers ቻናል ካላችሁ አናግሩኝ ።

FOLDER 1 & Folder 2

በተጨማሪም VIEW እና REQUEST ማሰራት ለምትፈልጉም እሰራለሁ


Inbox  📥 @waverboy ✈️


⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️


Mana Kitaabaa Keessati Barataan Tokko Kitaaba
Dubbisuuf Ol Seenee, Mucaa Durbaa Bareedduu
Tokko bira dhaqee "Si bira Taa'uu Nan Danda'aa"
Jedhe Intallis Sagalee Ishee Ol Kaaftee
"Maal, Na Wajjin Hin Ciiftuu Gaafa Jettu Xinnoo
Ishee Hin Qaanoftuu?" Ittiin Jette Namoonni
Mana Kitaabaa Keessa Jiran Hundi Isaanii
Gurbichatti Ija Babaasan innis Qaanii Dhaan Ofirra
Gad Taa'e, Erga Inni Gad Taa'ee Booda Gurra
Isaatti Jettee "Dhiifama Barattuu Xiin Sammuu
Sababan Ta'eef ijoollee Dhiiraa Qaanessuun Natti
Hin Cimu" Ittiin Jette.
Gurbichis Erga Itti Yaadee Booda Sagalee Isaa Ol
Kaasee "Maal, Halkan Guutuu Birrii 1500n Moo An
Barataa dha Birrii Amma Kanaan Si Bira Hin Bulu
" ittiin jedhe. Taraa Isaa isaa Namoonni Manicha
Keessa Jiran Intalatti Ija Babaasan Erga Isheen
Qaanoftee Booda Gurra isheetti Jedhee
"Dhiifama Barataa Seeraa Sababan Ta'eef Ijoollee
Durbaa Yakkamtuu Gochuun Natti Hin Cimu"
Jedheen jedhama.

React🥰🤣😂😜


Video is unavailable for watching
Show in Telegram














Wayyoo salalee koo 😭😭😭😥


𝙐𝙩𝙪𝙪 𝙟𝙖𝙖𝙡𝙖𝙡𝙡𝙚𝙚 𝙙𝙝𝙖𝙗𝙪𝙪𝙣 𝙮𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙩𝙖𝙝𝙚𝙚 𝙆𝙖𝙣 𝙡𝙖𝙛𝙖 𝙟𝙖𝙡𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙝𝙞𝙙𝙝𝙖𝙢𝙪𝙪 𝙖𝙣𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙠𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙠𝙤𝙩𝙞𝙞𝙩𝙞 😎 𝘼𝙣𝙖𝙩𝙩𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙧𝙩𝙤𝙤 𝙙𝙪'𝙖𝙖𝙩𝙪 𝙢𝙪𝙧𝙩𝙚𝙛𝙛𝙖𝙢𝙖 𝙩𝙪𝙧𝙚💔🥵


✷✷ ❝𝒩𝒶𝓂𝒶 𝒹𝒽𝒾𝓅𝒽𝒾𝓈𝑒𝑒 𝒾𝓁𝒶𝒶𝓁𝓊𝓊 𝒿𝑒𝒸𝒽𝓊𝓊𝓃 𝓃𝒶𝓂𝒶 𝓎♡𝓂𝓂𝓊𝓊 𝒻𝒾𝓁𝒶𝓃𝓃🍬💗𝓃 𝓁𝒶𝓂𝒶 𝒾𝓈𝒶𝒶𝒻 𝒹𝒽𝒾𝓎𝒶𝒶𝓉𝓊 𝓁𝒶𝓂𝒶𝒶𝓃𝓊𝓊 𝒾𝓈𝒶𝒶 𝒻𝒾𝓁𝒶𝓉𝓊 𝒿𝑒𝒸𝒽𝓊𝓊𝒹𝒽𝒶❞ 🎀 ✷✷


USDTI ykn Doolara 1=120
Namoonni qabdan nuti gurgurachuu dandeessu. 👉 @faru99


😱😅🙊
"Raashiyaan Google irratti adabbii mallaqaa addunyaarra hin jirre dabarsite

Dissiiliyoona 20 jechuun mallaqa abbaa zeeroo 36 yoo ta'u, 20,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000,000 dha.

Mallaqni kun yeroo ammaa addunyaarra akka hin jirre himameera.
😁😁😁


Osoo waraqaa ta'ee nan ciccira ture. Osoo qaruuraa ta'ee nan cabsa ture. Osoo dallaa ta'ee nan dhiiga ture — Garuu maalan godha Onnee kootii.

—Mahmoud Darwish


Nama Ethiopia keessaa jiruu Gammachisuuf #ifaa Dhamsitee ibsuu nu Gahaadha🤣😅🤣


Walakkaan Bareedina Keenya
Haala Duubii Keenyatii🥰
IMAAM AlII


Jaarsi durii biddeen nyaata bushaaniin habbuuqateetii

Kan ammaa fiiguu barbaadaa sumunii guduunfateeti 😜

React🥰


JECHAA ROBERT MUGABE


"Shamarran Keenya Yeroo Dhiqatuu sabunan Hammaa #Sim card gahuttii dhiqatiin".
Ammoo Dhirtii Konkolataa hin qaɓnee nattii hin toluujattii.
Safuudha Abboo😅😁😁


On this blessed day of Jumuʿah, please make sincere duʿās for the oppressed Muslims, especially in northern Gaza.

May Allah have mercy on them, alleviate their suffering, aid and protect them.

20 last posts shown.