Waan yaada Kee/Laphee Kee Cabsetu Jiraa??
Yeroo Kamiinu Caalatti Yerootti Gooftaan sitti dhiyaatu yeroo akkasiidha! Waaqayyoo Yeroo Akkasii Kaayyoodhaan itti gargaarama!
Yeroon Akkasii yeroo itti Waaqayyoo Namarraa achi fagaatu miti,yeroo itti Gooftaan Calliseeman Nama ilaalu miti ittuu Namatti Dhiyaate yeroo inni Itti Nama Fayyisuudha!
Namni Waaqayyo Daawwit Fars 119 irrati ATI Garuu Yaa Waaqayyo Dhiyoodha Jedha!
Dhiyoodha Waaqayyoo obboloota Koo Cabi Keessa Namaatti ta'uu Waaqayyoon hin dhukkubsa!
Yesuus Gaddi martaaf mariyaam Waayee Du'a Obboleessa isaanii irra Kan Ka'e Keessa Jiran Isa dhukkubse? Dubbiin Sagalee Waaqayyoo Yesuus in Boo'e Jedha!
Itti dhaga'ameeti,Cabi Yaadni Garaa Namaa Qabu Waaqayyoon In dhukkubsa!
Namni Waaqayyoo Daawwit Fars 143:7 irratti Waaqayyo warra Garaan isaanii Cabe in fayyisa,Madaa isaaniis Walitti Qabee isaaniif hin hidha jedha!
Yeroon Akkasii yeroo Namni ittuu Waaqayyoon barbaaddachuutti/Waammachuutti Gad+of Dhiisuu Qabuudha Waaqayyo Yeroo Kanatti Waaan Guddaa Hojjeta!
Obboleessa/tti Ergaa kana Dubbifachaa Jirtu Gooftaan Dhiyoodha
HALLELUJAH 🙌🏿🙌🏿🙌🏿
GOOFTAAN
DHIYOODHA!