Far. 69
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³⁰ Weedduudhaan maqaa Waaqayyoo nan jajadha, galataanis guddina isaa nan hima.
³¹ Kun korma yookiis tuntunoo isa gaanfaa fi kottee qabu dhi'eessuu caalaa Waaqayyotti in tola.
“Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos kana gochuu keessan in fedha.”
— 1Tas. 5:18
Waayee waan Hundumaaf Waaqayyoon Galateeffadhaa!
Fedhi Waaqayyo Waayee Waan Hundumaaf Akka Isa Galateeffannuudha!!
Galgala Nagaa isiniif haa Ta'u ♥️