πš€πš˜πš˜πšœπšŠπšŠπŸ˜…FTπŸŽ–


Channel's geo and language: Ethiopia, Somali


OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❀
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❀
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❀
Κ™4 ᴜ ΚŸα΄‡α΄€α΄ α΄‡ α΄˜ΚŸα΄‡α΄€sᴇ α΄›α΄‡ΚŸΚŸ ᴜs α΄›Κœα΄‡ α΄˜Κ€α΄Κ™ΚŸα΄‡α΄πŸ˜”
CEO:- @martin_odeegard

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Somali
Statistics
Posts filter


Fake Account Banadheen Fake Accountiima Sanaanimmoo Deebiseen Chiikiikootiin Jaalallee Qabdaa Jennaan,Lakki Anoo Hin Qabu Gurbaa Jiidhaa Tokkottin Dabbaramaa Jira Malee Naan JetteπŸ₯Ή

Nu Gubdeetti Jarattiin😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Liverpool Premier League Nyaate😊

Barcelona Champions League Nyaata😊

Chelsean Conference League Nyaata😊

Man United Europa League Nyaata😊

Man City FACup Nyaata😊

Arsenal Immoo Biyyoo NyaataπŸ₯΄πŸ˜

πŸ‘‡Warri Arsenal Daa'ee Wada ArrabsoooπŸƒπŸ˜

1.9k 0 8 31 108



Hojjetaan Mootumma yeroo mindaan ba'uuf lukkuu qalatee nyaata, Torbee tokko booda puupha lukkuu nyaata, torban lama boodammo nyaata lukkuu nyaata 😭

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Hamma feete Premier league nyaachu dandeessa.
Garuu waanca kana nyaachu hin dandeessu. πŸ™‚


Dura Come on seeraan barressi mee osoo waa'ee artettaa hin dubbatinπŸ™‚β€β†”οΈπŸ€“

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


πŸ‘‡πŸ˜πŸ˜

Dhiira Abshaala βž• Durba Abshaala = Jaalala

Dhiira Abshaala βž• Durba Gowwaa = Ulfa🀰😁

Dhiira Gowwaa βž• Durba Abshaala = Gaa'ilaπŸ§‘β€πŸ’ΌπŸ‘°πŸ˜

Ati Kana Keessa Kamigaa?😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Caaaamooooon liiiveeeee πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

Down down Arsenaal

mikel arteettan ammaahoo abdi hin kunnee laataa😫


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Lines man was celebrating πŸ˜‚πŸ˜‚

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Miindaa fudhattee mana galtee gafa kiisii keessaa dhabdu🀣

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Mucaan kun eessa deemee guys🧐🧐


Namni hin rafne inbox kottu hirribatu na qabuu dide beekumsamoo birritu caala isa jedhu irratti wal falminaatii.

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share
➬ @qoosaa_oromoo


Durba gabaabdu wajjin qoosuun sirrii mitiim. Taphaaf jedhee xiqqoomashe darbannaan, utaalte siinii keessa buute. 😁

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


ODUU HAARAA!

Sababa Faayiliin Free Internet Telegram Chaayinaalii Garaagaraa Irratti Gadhiifamuuf Jecha Teeleedhaan Chaayinaalonni Heeddun Blocked Ta'aaniiru,Ta'aa JirusπŸ₯Ή

βœ‹Kanaafuu Of-eeggannoodhaaf Jecha Chaayinaalii Koo Irratti Gadhiisuu Dhiiseen,Faayilii Internet Fi Faayilii Kanneen Biroo Gosa Barbaaddan Kamiyyuu Kan Irraa Argattan Bot Haaraa Isiniif Uumeen Jira

Seenaa Irraa FayyadamaaπŸ‘‡πŸ‘‡

@LALO_SUPPORT_BOT

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


βœ‹Adurreekootu Dhalee Bor Ganama Kottaa Marqaa Nyaadhaayee😁


Utuu kilaba sadarkaa lammaffaaf waancaan laatamuu jalqabee arsenal 3ffaa baha jedhe mucaan tokkoπŸ™„πŸ™„

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Broo angoo hin qabu jettee hin gaddin


mana kee keessatti angoon remote kankee taanaan kan biraa maal barbaaddaa

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share
➬ @qoosaa_oromoo


Utuu Akkoonkoo Hin Jirtu Ta'ee Sila Ani Har'a Nama Kana Isiniif Barreessuyyuu Hin Turreem Abbeemakootu Akka Maleetti Dha'ee Na Ajjeesa TureπŸ₯Ή

Lafa Akkoonkoo Jirtutti Eenyuun H shee Nattin Buutu Iyyiteema Narraa Baafti😁

βœ‹Mee Akkakoo Warri Reebicha Akka Maleef Du'a Ooltan😁

Share➬
@qoosaa_oromoo
Share➬
@qoosaa_oromoo


Animmoo intinaan afuufaa jiraπŸ™ƒ

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Ilaamee Obboleessako Waggaa Amma Kanaa Rakkadhee Baradheen Hojii Dhabaa Ta'e Jettee Sammuukee Hin Dhipisin. Aniyyuu Xurumbaa Iddirii Afuufeen Jiraachaa JiraatiiπŸ₯Ή

Share➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo

20 last posts shown.