#Gorsa dhiiroota qofaafπ
1. Surree jiinsii irratti kootii suufii hin uffatin!π
2. Durba tokkoon sin jaalladha jetteenii gaafa isheen si diddu, kadhachaa hin oolin maal ishee malee durbi kan biraan hin jirtu seetemoo?π€
3. Nama hin hamatin, Nama hamachuun amala shamarranii qofaπ
4. Ammaa amma suuraakee story hin godhatin, kun dhiira irraa hin eegamu.π₯΄
5.Gaafa durbi tokko hy siin jettu, takka cal jedhii ilaali dhiirri yooma boonte gaariidha.π
Dhiirotni Akka koo tahaa baqqa ππ
Shareβ‘οΈ @qoosaa_oromoo