๐Abbaa Manaatu Dhukkubsatee Utuu Ciisuu Dhaamsa Dhumaa H ๐ Isaatti Dhaammachuuf Jedhe๐
#A_MANAA๐งโ๐ฆฑ : Kottumee As Natti Siqi Waan Sitti Himaa Lubbuun Na Keessaa Ba'uuf Waan Xiqqootu Hafee๐ฅน
#H_MANAA๐ง : Utuu Akka Kana Si Dhukkubuu Waan Natti Himtu Hin Qabduu Afaankee Walitti Qabadhuu Ciisi๐
#A_MANAA๐งโ๐ฆฑ : Kanan Dubbachuuf Jedhe Dubbadheen Lubbuun Na Keessa Ba'a Malee Ani Dubbachuu Hin Dhiisu๐ฅ
#H_MANAA๐ง : Tole Erga Jettee Natti Himi๐ค
#A_MANAA๐งโ๐ฆฑ : Obboleettiikee Wajjin Walitti Dhufeenya Hin Barbaachisnetu Nu Gidduu Ture Waan Waliin Hin Raawwatin Hin Qabnu๐ฅด
#H_MANAA๐ง : Durayyuu Anoo Beekaam Dammako.Innati Ciistee Du'a Eeggachaa Jirtu Kun Maaloodha Jetteti Kanaaf Jedheen Dursee Summii Si Nyaachiseem An๐
๐๐
Shareโฌ @qoosaa_oromoo