Forward from: Awash Bank
Dilbata beellama qabattanii?
=========
Sagantaa Qaxaleewwanii boru (Dilbata) Televizhinii OBN irratti galgala saβaa 12 irraa eegalee tamsaβu yeroo daawwattan yaadota kalaqaa dhihaatan armaan gadii irraa hedduu barattu. Akka isin hindabarre!
1. Bilookkeetii ijaarsaa pilaastika gatame irraa hojjatamu
2. Qalama kophee waantota gataman irraa hojjatamu
3. Diroonii tajaajila qonnaa, fayyaafi kkf oolu
4. Maashina nyaata lukkuu oomishu
Qophiilee hanga ammaatti darban keessaakan isin jala darbe yoo jiraate Chaanaalii 'YouTube' keenya https://www.youtube.com/awashbankAb hordofuun daawwadhaa.
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #Tatariwochu #Qaxaleewwan #α³α³αͺααΉ