Abbaan koo inni hiyyeessi yeroo hundaa kan inni na gorsu, "baradhuu qabxii gaarii qabaadhu. Yeroo sana wabii kan siif ta'uu fi bu'aa tokko tokko kan qabu hojii argatta!"
Abbaan koo inni abbaan qabeenyaa immoo "Abbaa qabeenyaa ta'uu yoo barbaadde abbaa business fi inverstaraa ta'uun sirra jiraata!" Jedhee na gorsa. Gaaffiin koos manni barumsaa Abbaa business fi inverstaraa ta'uu na barsiisahoo isa jedhudha?
Deebiin isaa hin barsiisudha.
Robert T. Kiyosaki
Jireenyi filannoodha.
@Barruu_Beektotaa 📔