๐๐ค๐ค๐๐ฌ ๐ก๐ข๐ง ๐ญ๐'๐ข๐ง โ
๐ฃ๏ธ Mucaa yeroo hundumaa fuulli isaa dukkanaaโee deemu tokkotu ture jedhama. Gaaf tokkollee akka namaa gammachuun kan itti hin dhagaโamne.
โYoom gammadda?โ jedhanii gaafannaan, โGaafan mana barumsaa gale nan gammada!โ jedhe. Gaafa mana barumsaa galus sanuma. โYoom gammadda?" jedhaniin ammas. โGaafan barnoota kolleejjii xumure nan gammada!โ jedhe. Ammas hin gammanne. โYoom gammadda?โ gaaffichi ittuma fufe. โGaafan hojii qabadhe nan gammada!โ Erga hojii qabatees hin gammanne. โGaafan fuudhe nan gammada!โ Beellamni ittuma dabalame. Fuudhees garuu jijjiirama hin fidne. โGaafan mucaa koo isa/ishee angafaa dhalchu nan gammada!โ Kunis soba taโe.
โ๏ธ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐๐ ๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ง ๐ก๐๐ซ'๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐๐ญ๐ข!
@Barruu_Beektotaa ๐