🗣️ SAMMUU KEENYATTI HAMMAM FAYYADAMAA JIRRAA?
•••
✍️ Dɑndeettiin sɑmmuu nɑmɑɑ dhokɑtɑɑdhɑ. Yommuu ittiin hojjetɑn bɑ'ee mul'ɑtɑ. Ittiin hin hojjenne tɑɑnɑɑn gɑruu dɑdhɑbɑɑ fɑkkɑɑtɑ. Sɑmmuu ofii hojjechiisuun dɑndeettii horɑchiisuu utuu hin tɑɑne, dɑndeettii sɑmmuu
sɑnɑɑ hojiitti hiiksisuudhɑ.
#Wiiliyɑɑm Jeems akkas jedha giddu gɑleessɑɑn ilmɑɑn nɑmɑɑ paarsantii 10-12% qofɑɑ sɑmmuu isɑɑniitti fɑyyɑdɑmɑnii dɑrbɑn jedha! Kɑnɑ jechuun sɑmmuun ilmɑɑn nɑmɑɑ heddumminɑɑn hojii isɑɑ utuu hin hojjetin ɑkkumɑ wɑliin dhɑlɑtetti wɑliin du'ɑ jechuudhɑ. Biyyeen ɑlbuudɑ guddɑɑ hɑmmɑnɑ gɑ'u kuufɑchɑɑ jirti! Addunyɑɑ kɑnɑ cɑɑlɑɑtti dɑndeettii sɑmmuu nɑmɑɑ qɑbeenyɑ isaa kɑn godhɑte biyyeedhɑ jechuudhɑ.
🔵 Nutii essa jirraa? Atii ofii keetiif yoo of hin kakaafnee si kakaasuuf namni uumame tokkollee hin jiru; dandeettii cimaan si jijjiiru harka kee keessa jira malee harka namoota biroo miti.
@Barruu_Beektotaa 📔