Hagayya 06/2016
#Nama_dandeettii isaa #fooyyessuu ykn #waan_haaraa_barachuu barbaadu hundaaf #balballi _carraa bal’aan banamee jira."
Dr. Abiy Ahimad
Addunyaa har’aa saffisaan deemaa jiru kana keessatti, barumsa walitti fufiinsa qabuu fi guddina ogummaa irratti bobba’uun yeroo kamiyyuu caalaa barbaachisaa dha.
#Barattoota_ganna_kana_boqonnaa_irra_jirtan_ogeessota_dargaggootaaf_beekumsaan_of_ijaaruudhaan biyya keessaafi sadarkaa addunyaatti #dhiibbaa_gaariiuumuuf_fedhii_qabdan_hundaaf Pirojektiin Koodaroota(#Coders) #Miliyoona_Shan_dursa_isiniif_kennuuf qophiidha, kan jedhan Ministeerri Muummichaa keenya Dr. Abiy Ahimad , kanaafuu jedhan,
Kanaafuu, Namni kamiyyuu sadarkaan barnootaafi beekumsa kee osoo hin ilaalin, nama dandeettii isaa fooyyessuu ykn waan haaraa barachuu barbaadu hundaaf balballi carraa bal’aan banamee jira. Kanuma hubachuun
dagaagsitootni ogummaa, barsiisonni, yunivarsiitiiwwan guutuu Itoophiyaa keessatti argaman hundi pirojektii kanaafi hojiiwwan isaa akka deeggaran waamicha dhiyeessanii jiru.
"Jaalatamtoota kennaa addaa qabdan, Ciminni Itiyoophiyaa Guddina keessan irratti kan hundaa'edha."
- Ministeera Muummee Itiyoophiyaa Dr. Abiy Ahimad -
#Liinkii kana fayyadamuun Galmaa'aa.
http://www.ethiocoders.et▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN:
@Ethio_Educational_News 📚JOIN:
@EUEE_TIPS📚JOIN:
@Et_Study_Notes📚JOIN:
@Oromia_Educational_News