❤️JIREENYA...✍
▬▬▬▬▬▬▬▬
➨ Har'a garuu jireenyi akka yaadametti hin deemu; wal'aansoo guddaa barbaada.
➨ Bakka guddaa ga'uuf filannoo baay'eetu nama eeggata.
➨ Barumsi hunda caalu kanan jireenya irraa argadhe "Callisii godhi" (Just Do It) kan jedhu dha. Maal iyyuu ta'e, hammam cimaa fakkaatus, akka filoosoofarri Giriik, Pilaatoon jedhe "Hojii kamiifuu kutaan hunda caalaa murteessaan jalqaba isaati."....
➨ "Deemsi maayilii kuma tokkoo tarkaanfii tokkoon jalqaba..."
➨ Gufuu baayyeen si mudata. Hamma murtaa'e rakkachuu ni dandeessa. Dhuma irratti garuu injifachuun kee hin oolu.
Share💯share💯share