Yihudaan Yommus Yesusin Dabarsee Kennuudhaaf Walii Galuu Isaa
(Mar 14:10-11; Luq 22:3-6)
14 Yommus warra kudha lamaan keessaa tokko, Yihudaa nama biyya Keriyot inni jedhamu, gara luboota warra angafootaa dhaqee, 15 “Isa dabarsee yoon isinitti kenne, maal anaaf laattu?” ittiin jedhe; isaan immoo meetii soddoma muraniif. 16 Yihudaan yeroo sanaa jalqabee dabarsee isa kennuudhaaf fucha in barbaada ture.
*15 Yoh 11:57; Zak 11:12; 1Xim 6:9-10
@Jaala_Dhugaa