Ulfina maqaa isaatiif ta'u Waaqayyoof dhi'eessaa!
Kennaa fidaatii isa duratti dhi'aadhaa!
Qulqullummaa akka mi'a miidhaginaatti
naqadhaatii Waaqayyoof sagadaa!
Yaa guutummaa biyya lafaa,
isa jabeessee si dhaabee,
akka ati iddoo keetii hin butanne si godhe
duratti rom'i!
Bantiiwwan waaqaa haa gammadan,
laftis gammachuu haa qabaatu!
Isaan saba lafa irraa keessatti,
“Waaqayyo mootii dha!” haa jedhan!
Galaanni, wanti isa keessa guutes haa huursu,
bakkeen, wanti isa keessa jiru hundinuus,
gammaduu isaanii haa argisiisan!
Waaqayyo biyya lafaaf firdii kennuuf yommuu dhufu,
mukkeetiin caakkaa gammachuudhaan
isa duratti in faarfatu.
*28-29 Far 29:1-2
1 Seenaa Baraa 16:29-33
@Jaala_Dhugaa
Kennaa fidaatii isa duratti dhi'aadhaa!
Qulqullummaa akka mi'a miidhaginaatti
naqadhaatii Waaqayyoof sagadaa!
Yaa guutummaa biyya lafaa,
isa jabeessee si dhaabee,
akka ati iddoo keetii hin butanne si godhe
duratti rom'i!
Bantiiwwan waaqaa haa gammadan,
laftis gammachuu haa qabaatu!
Isaan saba lafa irraa keessatti,
“Waaqayyo mootii dha!” haa jedhan!
Galaanni, wanti isa keessa guutes haa huursu,
bakkeen, wanti isa keessa jiru hundinuus,
gammaduu isaanii haa argisiisan!
Waaqayyo biyya lafaaf firdii kennuuf yommuu dhufu,
mukkeetiin caakkaa gammachuudhaan
isa duratti in faarfatu.
*28-29 Far 29:1-2
1 Seenaa Baraa 16:29-33
@Jaala_Dhugaa