Gorsa 5 akkaataa gatii keessan itti guddifattan...
1, Yeroo hunda nama hundaaf hin argamin, busy tatee socho'uuf yaali.
2, Gaafa sitti hin tolle, Namaan lakki jechuu baradhu.
3, Nama kamiifuu daftee deebii hin kennin.
4, Waa'ee namaa hin yaadda'in, Gammachuu kee barbaadi
5, Jaalala hin kadhatin, Yoo isaan dhiisu barbaadan akka si dhiisan eeyyamiif.
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechota_hayota