Traamp erga gara Chaayinaa deemuun marii taasisanii booda akkana jedhanii jiru: 'Pirezidaantiin Chaayinaa Zii meeshaalee waraanaa gara Iraanitti akka hin ergine, garuu boba'aa Iraan bituu akka itti fufan, akkasumas karaa bishaanicha Hormuz (Strait of Hormuz) banuuf waliigalteen akka taasifamu akka barbaadanii fi yoo danda'ame deeggarsa akka taasisan natti himaniiru.'