Dabree Dabree jecha β Dhiira jabaa duuba dubartii jabduutu jira β je'u kana ni fayyadamna! akkan Hubadhutti, Akkas jechuun namni tokko yoo Haadha, Haadha Manaa jabduu qabaate dhiibbaa haati Isaa ykn haati manaa Isaa irratti gootuun namichi jabaa tahuu ni Dandaya jechuudha!
Haati jabduun Ilmaan jajjaboo oomishti! Dubartiin jabduuniis Abbaa mana isaatiif gaachaana, wardiyyaa Fi taliyduu Maatii taatee Isaafi Ilmaan isaatiifiis utubaa taatee, akka inni mana keesaa Hin yaanne Isa gooti.
Dabalataaniis, dubartiin jabduun Obboleessa Isii irratti wareega Yeroo, mallaqaa Fi humnaa kafaltee Amnatii, saayinsii Fi diinagdeen Nama bu'a qabeessa Akka ta'u godhuu dandeessi jechuudha! garuu inni kun biyya teenya keessatti baballatee hin argamu!
Alright! Amma dubbiin......
Hima kun jijjiiramee β Dubartii jabduu duuba dhiira jabaatu jira β maaliif Hin je'amne ? Kan je'uudha.
Akkuma haadhaa, Abbaaniis Intala nafii qabdu oomishuu Keessatti Shoorri isaa guddaadha!
Abbaan Manaa haadha mana Isaa jabduu tan Ilmaan jajjaboo oomishtu Godhuu Keessatti gaheen isaa guddaadha! Ilmi dhiiraa Obboleettiin isaa intala maalummaa amantii hubatte, tan diiniif jiraattu, tan Akka ollaa osoo hin taane Kitaaba olii dhufe hordoftu Akka taatu godhuu Dandaya!
Hojiitu hin jirre moo maaliif as jalatti dhokanneen Gaafii dhiira hundaa tahuu qaba!
Gaafii Qofa Osoo hin taane deebisaa isaa hojiin deebisuun furmaata guddaadha.