#ICCIITII #HOJII #HAWAASA #ICCIITA'OO FI #GOLGA #DUUBAA #BIYYA #KEENYAA #ITIYOOPHIYAA #KEESSATTI #HOJJETAN #JIRANII!
#WAAQAYYON #SODAADHU #OSOO #SHARE #HIN #GODHIIN #HIN #DARBIIN.
Yeroon Amma keessa JIRAATAA jirru Kun yeroo baay'ee baay'ee baay'ee fokkisaafi hammaataadha.
1ffaa: Bara Amantoonni Hedduun bineensicha Bara dhumaa 666tiin Weeraramaniidha
2ffaa:Bara Dargaggeessi dargaggeetti hedduun Hafuura bineensa kanaatiin Liqimfamanii xinnaan,guddaan,kan gaa'ila qabu hin qabnes Hafuura Ejjaan Booji'amee foon isaatti dabarfamee kennamedha.
3ffaa: Bara tajaajiltoonni hedduun Miseensa bineensichaa ta'uudhaan Quba harkaaf Barruu harkaatti fi. Qubeelaafi Shittootti Humna bineensichaa godhatanii Maqaa waamuu fi Mallattoo hedduu agarsiisan keessa jirra .mallattoo raajota akkasii Ergaan ISAAN dubbatan hin raawwatu.
4ffaa:Bara ejjuun ,sobuun,gaa'ila diiguun babal'atee namoonni hedduun on line dhaa.
Dhaabbata garaagaraa Irratti osoo hin beekiin form bineensichaaf guutaa jiranidha. Fknf Dhaabbata TEANS. Dhaabbata illuminati fi k.k.k.f hedduudhaan
5ffaa:Raajota Maqaa Guddaa jedhanii bineensichaaf Sagadan waldoota keessaafi Bakkeetti caasaa isaa diriirsee Jira.
6ffaa. Konkolaataa, Mana, Maallaqa hedduu argatta jechuudhaan Namoota hedduu Magaalaa garaagaraa keessatti qabaanii Gara biirootti geessanii qaluudhaan aarsaa gochuudhaan yeroo ammaa Magaalaa Finfinnee, Bishooftuu, Dukam, Adaamaa, Hawwaasaa, Shaashammannee fi magaalan Addaa Addaa keessatti ergama isaanii baafataa jiru.
HUBACHIISA:-
Mootummaan Waaqayyoo dhiyaateera yaada garaa keessanii geddaradhaa gara Waaqayyoottis deebi'aa.
✍️Tajaajiltoonni iddoo Aarsaa irra jirru eenyuuf Akka ergamaa jirru eenyu Akka nu ergataa jirrus haa ilaallu! yoo feetani
Miidiyaa Wangeelaa #share