ODAA ISPOORTII


Channel's geo and language: Ethiopia, English


Dm for promotion @Themargin34

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


ሙሌ ስፖርት ✅

በኢትዮጵያ ትልቁን የስፖርት ቻናል አሁኑኑ ይቀላቀላሉ እንዳያመልጦዎ👇

ሁሉንም አይነት መረጃ በአንድ ላይ ያገኛሉ ይቀላቀላሉ 👇


🚨🇵🇹 Buruunoo Feernaandees:

"Kiriistiyaanoo Ronaalldoo namni hedduu isa jaallatus tahee yookaan namnii xiqqoo isa jaallatus lammiilee Poorchugaal hundaa irraa kabaja argachuun isaaf mala."


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🚨 Ibsa Peep Guwaardiyoolaa:

“Deggertoonni Maanchistar Siitii hundi akka beektan kanin barbaadu, ani yeroo kamiyyuu caalaa asiin jira.

“Ani yeroo hunda, ammas ta’e gara fuulduraatti kilaba kanna, abbaa qabeenyaa kilaba kanna, dura-taa'aa kilaba Feeraan, taphattoota, hojjettoota, Eenzoo fi isin deggertoota keenya adda taatan duuba nan jira.

“Ibsa qulqulluu isiniif haa kennu: waliin ta’uudhaan haala kana keessaa ni baana.

“Hunda keessanuyyuu nan jaalladha.” 🩵


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🚨 OFFICIAL

✅Kaadhimamtoota badhaasa taphataa cimaa waggaa UEFA Nations League marsaa lammaffaa.


🇸🇳 Seneegaal fi Mozaambiik injifataniiru! 🇲🇿

🇪🇹 Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa, tapha Morkii Waancaa Afrikaa (AFCON) kan Seneegaal waliin taphateen 1–0n mo’ameera.

⚽️ Goolii injifannoo Seneegaaliif Ibraahim Mbaye galcheera.

Itoophiyaan taphoota ramaddii lamaan jalqabaa mo’amuudhaan xumurteetti.

🇲🇿 Mozaambiik immoo tapha Sudaan waliin taasiseen 4–1n injifatteetti.

🇪🇹 Itoophiyaan ji’a Sadaasaa keessa Mozaambiik waliin, tokko ala fi tokko mana ishee keessatti, taphachuuf jirti.

📊 Sadarkaa Ramaddii


🇲🇿 Mozaambiik — 4 qabxii
🇸🇳 Seneegaal — 4 qabxii
🇸🇩 Sudaan — 3 qabxii
🇪🇹 Itoophiyaa — 0 qabxii

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ || @ODAAISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
➡️ || @ODAAISPOORTII


🟢Taphoota guyyaa Har'a Taphataman;

🇪🇺 UEFA Neeshins Liigii Awurooppaa

01:00 | Finlaand Beelaaruus wajjin
03:45 | R Cheek Ingilaand wajjin
03:45 | Ispeen Kiroshiya wajjin
03:45 | Iskotland Siwizarland wajjin
03:45 | Isloveniya K Maqedoniya wajjiin
03:45 | San Marino Albaniya wajjin
03:45 | Islovakiya Kazakistan wajjin
03:45 | Bulgeriyaa Istoniyaa wajjin
03:45 | Luksembarg Aysland wajjin

🌍 Gulaalii Waancaa Afrikaa

10:00 | Itoophiyaa Senegaal wajjin
10:00 | Mozaambiik Sudaan wajjin
10:00 | Kibba Sudaan Gibxii wajjin
10:00 | Burundii Aljeriyaa wajjin
10:00 | Leesoto Morokoo wajjin
11:00 | Komoros Namiibiya wajjin
11:00 | Madagaskar Tanzaniya wajjin
01:00 | Ugaandaa Liibiyaa wajjin
01:00 | Zaambiyaa Toogoo wajjin
01:00 | K Vardee Ruwandaa wajjin
01:00 | Gaanaa Gaambiyaa wajjin
01:00 | G Bisaa'u Nayijeriya wajjin
04:00 | Gaaboon Niijer wajjin
04:00 | Somaliya Kotdiivaar wajjin
04:00 | Benin Moriitaaniyaa wajjin
04:00 | R Kongo Kaameruun wajjin
04:00 | Laayibeeriyaa Maalii wajjin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ || @ODAAISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
➡️ || @ODAAISPOORTII


🟢Qabxii taphoota kaleessa taphatamani

🇪🇺 UEFA Nations League

Joorjiyaan 0-0 Yukireen
Armeeniyaa 2-3 Montenegroo
Laatviyaan 0-0 Qophros
Turkiyaan 1-4 Xaaliyaanii
Beeljiyeem 0-1 Faransaay
Siwiidin 3-1 Poolaandi
Ayerlaand 0-0 Haangaarii
Rumaaniyaa 2-4 Bosniyaan

🌍 Dorgommii waancaa Afrikaa

Ikuwaatooriyaal Giinii 1-0 Seeraaliyoon
Zimbaabuwee 1-2 DR Koongoon
Rippabliika Giddugaleessa Afrikaa 0-1 Burkinaa Faasoo
Tuuniziyaa 2-2 Bootswaanaan injifate

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
➡️ || @ODAAISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
➡️ || @ODAAISPOORTII


🚨 Kilaboonni Piriimiyer Liigii hedduun murtoo yakkaa har'a darbe hordofuudhaan Maanchistar Siitii irratti Himanna  Seeraan fudhachuuf karoorfacha jiru.

Kilaboonni kun maallaqa sababa cabiinsa seeraa Siitiitiin dhabne jedhanii amananiif Beenyaa gaafachuuf yaadaa jiru, kunis kan dabalatu:

✅️Sagantaa Shaampiyonis Liigiif darbuu dhabuu

✅️Maallaqa badhaasaa Priimeer Liigii dhabame

✅️Bonasii spponsarshipii (deggertootaa) dhabame

Kilaboonni kun hirmaannaa waloo ta'uudhaan Maanchistar Siitii irratti tarkaanfii fudhachuu danda'u.

🎖David Ornstein


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


“Kubbaan miilaa waan dhiphina keenya ittiin dagannuudha” - Raayaan Sheerkii

Taphataan Maanchistar Siitii lammii Faransaay Raayaan Sheerkii waa'ee Baaloondoor yaaduu akka hin fedhiin dubbateera.

Sheerkii "Kubbaa miilaa baay'een jaalladha" jechuun, "daqiiqaa sagaltamaaf yaaddoo (dhiphina) keenya kan ittiin dagannuudha" jedheera.

Itti dabaluudhaanis, “Waa'ee badhaasa Baaloondoor abjuu hin qabu, kubbaa miilaan jaalladha” jechuun dubbateera.

“Anis kanin as jiruuf politiikaaf yookaan shallaggii herregaatiif miti; kanin as jiru of ta'uu fi taphaan bashannanuufi” jechuunis itti dabalee dubbateera.


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🚨 Liivarpuulii fi Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa gidduu Tootanham kan ta'e Mikii Vaan dee Veen dhiyeenyaan hordofaa jiru; gareen Diidiimoleen akka bakka bu'aa Vaarjiil Vaan Daayik ta'uu danda'utti isa ilaalu.

Tootanham erga Vaan dee Veen hanga bara 2031tti waliigalteen hidhanii booda gurguruuf dhiibbaan tokkollee kan irra hin jirre yoo ta'u, gatiin tilmaamaa Paawundii miiliyoona £80M–£90M ta'a jedhamee fudhatama argateera.

🎖CaughtOffside


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


✅Taphoota Neeshins liigii Awurooppaa Har'a Taphataman:-

10:00
🔰 Liituwaaniyaa Azarbaajan wajjin
01:00
🔰 Jibraaltar Andooraa wajjin
01:00
🔰 Ostiriyaa Koosovo wajjin
01:00
🔰 Deenmaark Weels wajjin
01:00
🔰 Seerbiyaa Neezerlaand wajjin
03:45
🔰 Jarman Giriik wajjin
03:45
🔰 Noorwey Poortugaal wajjin
03:45
🔰 Israa'el Aayirlaand wajjin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ || @ODAAISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
➡️ || @ODAAISPOORTII


✅ Taphoota Kaleessa Taphataman;

🏆 Neeshins Liigii Awurooppaa

Bulgeeriyaa 1-2 Luksembarg

Aayslaand 1-1 Istooniyaa

Odolawwan Faaroo 1-1 Kazaakistaan

Saan Maariinoo 0-7 Fiinlaand

Riippabiliika Cheek 1-2 Kirooeshiyaa

Ingilaand 2-3 Ispeen

Kaaba Maqedooniyaa 0-3 Siwiizarlaand

Albaaniyaa 2-0 Beelaaruus

Islovaakiyaa 2-0 Moldoovaa 

🏆 Gulaalii Waancaa Afrikaa

Keeniyaa 1-1 Eertiraa

Afrikaa Kibbaa 2-1 Giinii


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ || @ODAAISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄
➡️ || @ODAAISPOORTII


Naannoo Piriimiyer Liigii muraasa keessatti namoonni Maanchistar Siitii waancaa shaampiyoonummaa injifatan irraa fudhaamee kilaboota biroof ni kennamu jedhanii eegu.

Adeemsa qorannoo kana hunda keessatti, yoo Siitiin yakkamaa ta'ee argame, adabbiin kennamu gara duubaatti deebi'ee utuu hin taane, gara fuulduraatti kan hojiirra oolu ta'uu danda'a jedhameetu tilmaamamaa ture.

🎖 The Athletic


Kilaboonni Piriimiyer Liigii biroo carraa Maanchistar Siitii waancaa shaampiyoonummaa irraa fudhaama jedhu irratti shakkii qabu.

Akka yaadaa isaaniitti, adabbiin carraan ta'uu isaa guddaa ta'e adabbii maallaqaa guddaa fi qabxiilee hir'isuu  tarii dhufuu danda'uudha.

Gartokkoon kun kan ta'eef, adabbii gara duubaatti deebi'ee hojiirra oolu (retroactive punishment) murteessuun, adabbii gara fuulduraatti hojiirra oolu caalaa baay'ee ulfaataa waan ta'eefi.

Haata'u malee, Liivarpuul, Maanchistar Yunaayitid, Arsenaal fi Tootanham Maanchistar Siitii irratti himannaa mana murtii banuuf karoorfachaa jiru.

🎖Alex Crook


🚨 Arsenaalii fi Liivarpuul taphataa sarara cinaa Birentford Keevin Shaadee irratti fedhii cimaa argisiisaa jiru;

Cheelsii fi Tootanhamis dargaggoo waggaa 24 kana taphataa isaan dinqisiifataan keessaa isaa tokkoodha. 🇩🇪

Birentford fedhii gareewwan Piriimiyer Liigii kana ittisuuf jecha, waliigaltee dheeressuuf marii eegalaniiru; sababiin isaas Shaadeen yeroo ammaa waliigaltee isaa isa ammaa keessaa waggoota lamaan dhumaa keessa seenee jira.

Sky Sports


🚨 Liivarpuul taphataa sarara giddu Atleetikoo Maadriid kan ta'e Maarkos Yorentee mallatteessisuuf fedhii guddaa qabu.

📌 Ekrem Konur


🚨 Taphi dhumaa Liyoonel Messi biyyaalessaa Arjantiinaaf taphatu kan miira guutuu ta'uu kan eegamu yoo ta'u, tikettoonni daqiiqaa AFUR qofa keessatti gurguramanii dhumuun gabaafameera. 🇦🇷🥹

Taphi geggeessoo kun Sadaasa 6 Beeniin irratti kan gaggeeffamu ta'aa.

TNT Sports

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


Riikkordiin ardii Afrikaa cabera!

Biraaziilii fi Awustiraaliyaan erga wal-qixxaan gargar ba'anii booda, Morokoon sadarkaa FIFA ji'aa irratti gara sadarkaa 5ffaatti ol baateetti!

Kunis sadarkaa riikardii ardii keenyaati.

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODAA_SPOORTII


Manchester United Waxabajjii 30 irraa eegalee liqii dabalataa £90m fudhachuu isaa mirkanaa’eera.

Kanaanis, liqiin waliigalaa kilabichaa gara £1.15 biiliyoonaatti ol ka’eera. 💷📈

🔹 Liqii durii: £578m
🔹 Revolving credit facility: £200m
🔹 Kaffaltiiwwan taphattootaa hafan: £375m

📰 Madda: Simon Stone / BBC


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ || @ODAAISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➡️ || @ODAAISPOORTII


🔥🇧🇷 Roodrii:

“Taphataan hunda caalaa na ajaa'ibsiise Raafiiniyaa dha.”

“Anis Raafiiniyaadhaan: 'Liids keessatti taphataa sarara cinaa turte! Amma immoo sarara fuulduraa (Lakkoofsa 9) irratti taphachuu jaallatta, mitii?' jedheen ture.”

“Innis deebisee: 'Jalqaba irratti na hin gammachiisne ture... amma garuu baay'iseen jaalladha' naan jedhe.”

📌 [partidazocope]

20 last posts shown.