🟢Baarseloonaan taphataa sarara ittisaa bitaa Alehaandro Baaldee gurguruu akka danda’u Sport gabaaseera.
✅Taphataan lammii Ispeen umuriin isaa 22 ta’e, leenjisaa isaa Haansii Fiiliik waliin walitti bu’iinsa keessa galee jira jedhameera. Baaldeen keessumaa Maanchistar Yuunaayitid biratti barbaadamaa jira.
😊 YOU TUBE KUSH SPORT || ⬇️⬇️
📤http://bit.ly/3HhQyqv
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️