๐จโผ๏ธEverton guyyaan xumura jijjiirraa taphattootaa gahuun dura Gabriel Jesus mallatteessisuuf sa'aatiiwwan darban keessatti Arsenal FC waliin marii taasisaniiru! ๐ง๐ท๐จ๐ต#EFC
Arsenal FC Gabriel Jesus gurguruuf qophiidha, garuu gatii Paawundii miliyoona 20 (ยฃ20m) amansiisaa ta'e barbaadu; Everton garuu yeroo ammaa kaffaltii Paawundii miliyoona 12-15 (ยฃ12m-ยฃ15m) gidduu jiru dhiheessuu barbaadu.
Hanga ammaatti Gabriel Jesus fi Everton gidduutti walqunnamtiin kamiyyuu hin tasifnee, garuu yoo Arsenal eyyama (green-light) kenne David Moyes waliigaltee kana xumursiisuuf dhiibbaa gochuuf qophiidha. ๐ค๐ป๐จ
Mariin Arsenal waliin taasifamu edda sadarkaa jalqabaa irratti kan argamu yoo ta'u, garaagarummaan gatii tilmaamaa yeroo ammaa dhimma ijoodha. Everton guyyaa xumura jijjiirraatiin dura tarkaanfii itti aanu kan murteessu ta'a. โณ๏ธ๐ต
[KrrishFT]
๐๐๐๐๐ โก๏ธ
@Oro433sport๐๐๐๐๐ย โก๏ธ
@Oro433sportโก ใ
คย ย โใ
คย ย ย โฒย ย ย ย ย ย ๐ย ย ย ย ย ย ย โ๏ธย ย ย
หกแถฆแตแตย ย ย หขแตแตแตย ย ย หขสฐแตสณแตย ย แตโฟแตแตแตแตย ย แถแตแตแตแตโฟแต