Barattootni mana Barumsaa Qophaayinaa sirna pp balaaleffachuun MCBO hundeeffamuu qaba jedhan.
[SQ-Guraandhala 5/2021]
Barattootni mana barnootaa qophaayinaa Amboo osoo Oromoo fi Lammiileen Oromiyaa nagaa dhabanii qormaata hin qoramnu jechuun Mormii dhoosanii jiru.
Mormii barattootni Mana barumsaa Amboo dhoosan kunis akka bakka biraatti babal’atuuf Oromiyaa golee biraaf waamicha dhiyyeessanii jiru.
Sagalee mormii barattoota mana barumsaa qophaayinaa har’aatiin Oromiyaa keessatti Filannoo Biyyoolessaa dura MCBO hundeeffachuun nagaa fi Tasgabbiin lammiilee Oromiyaaf akka dhugoomu erga goonee booda ajjeechaa sukkaneessaan akka dhaabbatu kan hidhame akka hiikamu erga godhamee Filannoo gaggeessuun ni dandahama hanga kuni hin jirre Lammiileen Oromiyaa Filannoo dura MCBO hundeeffachuun dirqama tahuu dhaamsa dabarfataniiru.