BBO - Fulbaana 02/2019 Barattootni Qormaata Seensaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa, WMO fi MB Addaa Sad.2ffaa kutaa 9ffaa galuuf dorgomtan hunduu Qabxii Qormaataa 80% keessaa fudhattaniif hangam/meeqa akka argattan liinkii asii gaditti kenname banuun lakkoofsa galmee(#Registration_Number) bakka maqaa akaakayyuu(#Grandfather's Name) maqaa akaakayyuu keessan galchuun ilaallachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna. Liinkichis;- exam.oeb.gov.et
#Hubachiisa:- Qabxiin Barattoota Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Galchu Boru 03/01/2019 Kan Isin Beeksifnu Waan Ta'eef Nu Hordofaa!
#Hubachiisa:- Qabxiin Barattoota Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Galchu Boru 03/01/2019 Kan Isin Beeksifnu Waan Ta'eef Nu Hordofaa!