#ElaameeYaaKoodeekoo!
#Gaddas_ta'ee gammachuu
Yeroon waa hedduu qabdii
Dhiphannullee rakkachuun
Gonkumaa hin kunnu abdii
#Tulluu_gamaan_dabarsee
Fagoo laala ijji keenyaa
Har'aafi yoo dadhabnes
Boru inuma geenyaa
#Kukkufaatuma_ka'aa
Rakkoo hedduu arginee
Sichittis abdii qabnaa
Nii jiraanna darbinee!
#Gaddas_ta'ee gammachuu
Yeroon waa hedduu qabdii
Dhiphannullee rakkachuun
Gonkumaa hin kunnu abdii
#Tulluu_gamaan_dabarsee
Fagoo laala ijji keenyaa
Har'aafi yoo dadhabnes
Boru inuma geenyaa
#Kukkufaatuma_ka'aa
Rakkoo hedduu arginee
Sichittis abdii qabnaa
Nii jiraanna darbinee!