#GalmeeMBAMarsaa2ffaa
➙Qormaata naannoo kutaa 8ffaatin qabxin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 78%fi isaa ol, Shamarranif 75%fi isaa ol kan qaban;
➙Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 80%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol;
➙Tiraaniskiriipti gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.