Kiristoos jiraataadha!.
.........................
Seenaa kiristaanummaa hoggaa ilaallu dhaabbata seera ittiin bulmaataa qabu wayiitu hundaa'e osoo hin taane Onnee jijjiiramte, hafuura jireenya borii abdattu wayiitu jaalala irraa Kan ka'e Wal Wal barbaada Ture!
Yesuus inni mataa waldaa kiristaanaa ta'e mana wayii hin ijaarsisne! Takka mana amantaa yihudotaatti, takka ammoo Gaara gubbaatti, gariinis markaba gubbaatti warra Isa duukaa bu'an barsiisa Ture! In short it not about doctrine, not about rule, not about organization,not about procedure and principle....but about having faith in him and accept his love with full of your heart! No one done as rule but as his abundant blessings!! Namni jaallatamee jaallate Isa seerri isaarraa barbaadu irra caalaa Gaarummaa baayyee argisiisa! Seeraa keessatti Museen namni osoo ejjuu qabame dhagaan rukutamee haa du'u jedhe! As keessatti dhoksee yoo ejje eenyutu itti farada? Yesuus garuu namni garaa isaatti yoo hawwe ejjeera jedhe! Because Christianity is not about rule but about heart!
Museen 10 keessaa tokko baasuu barsiise..... Waaqayyo garuu tokkicha ilmasaa kennee kennuu nu barsiise ....so Sanaa ol kennuu ....ofii keenyayyuu kennuu dabalata!
Namoota amantii nama biroo, kiritsaanummaa nama biroo ulaagaa isaaniin kuffisaniifan barreeffama kana sursura lafaa ka'ee hamman bakka hojiikoo demutti #xab sinii godhe!
.........
Bear in mind, namni hanga ammaatti Waaqayyotti Sababa himnaan oohoo sirrii jette tokkoyyuu hin jiru! Addaam , Sababa hime! Hin fudhatamne! Hewan akkas hin fudhatamne! .....eliyaas raajota Kee keessaa na qofatu hafe jedhe .... Waaqayyo simalee Kuma torban qaba jedhe!....yonas raajichi Sababa dhiyeesse....hin fudhatamne! Dubartiin ejjituu fariisonni Yesuusitti fidan sanaaf fariisonni Sababa dhiyeessan hin fudhatamne bilisa baate!
In short Yoo kiristaana dhugaa taatu Waaqayyo onnee Isa Akka dhagaa si keessaa fuudhee isa Akka foonii laafu siif laata! Yeroos namni kamuu Akka fayyuuf karaa barbaadda, arraba keetti luugama godhatta, gocha keen jireenyicha lallabda! Waaqayyo nama hundumaaf gaarii ta'uu isaa hubatta! Gaarii ati gootu Akka moofaa abaarsaa Akka ta'e siif ifa! Gaarummaa Waaqayyo karaa Yesuus siif godhe lakkawwatta! Yeroo jaalalii Waaqayyo si mo'atu baayyinni Cubbuu keetiis baayyinni Gaarummaa keetiis sitti hin argaman! Baayyina cubbuu keetii dhiiga isaatu miicee qulleesaa! Baayyinni Gaarummaa Kee immoo Akka huuba qilleensa keessa badduuti! Garuu gatii inni si jaallate yeroo siif galu ofii Kee, lubbuu keeyyuu daangaa malee isaaf laatta! Eeyyee inni nama hundumaa jaalalaan bitate!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Namni dadhabaa Fi cubbamaa ta'uusaa osoo beekuu Yesuus dhiiga Isaa Isa qulqulluun hunduma keenya nu bite! Abbaa wajjinis nu araarse! Nuyi yerooma Fuula Waaqayyo duratti dhiyaannu kiristoosiin uffannee in dhiyaanna! Kanaafis guyyaa firdiif ija jabina qabna! Inni warra isatti amane madaa kiristoos keessaan isaan ilaala isaan fayyisaa isaan gaggeessa!.
Eebbifamaa