#Bu'aan#Dubbii_Sagalee_Waaqaayyoo_dhaga'u#mali
“Simoon Phexros deebisee, "Si dhiifnee eenyu bira dhaqna ree? Gooftaa, dubbii waa'ee jireenya bara baraa nama barsiisu situ qaba'o.”
— Yoh. 6:68
1..DubbiinWaaqayyoo jireenya namaaf kenna.
Yoh.6:63 Hafuurri jireenya kenna,foon homaa Waa’ee hin baasu;dubbiin ani isinitti dubbadhe kun hafuura,jireenyas.
2..Duubbiin Waaqayyoo nama qulqulleessa.
Yoh.15:3 Isin ammuma iyyuu dubbii ani isinitti dubbadheen qulqulleeffamtanii jirtu.
3..Dubbiin Waaqayyoo cubbuu irraa nama eega.
Faar.119:9-11 Akkan si hin yakkineef waan ati jette gara kiyya keessa kaawwadheen jira.
4..Dubbiin Waaqayyoo ifa nuuf ta’a.
Far.119:105 Dubbiin kee miila kiyyaafis ibsaadha,daandii kiyya irrattis ni ifa.
5..Dubbiin Waaqayyoo lubbuudhaaf nyaata ta’a.
Mat.4:4 Namni nyaata duwwaadhan hin jiraatu, dubbii afaan waaqayyoo keessaa bahuu hundumaani malee.
6..Dubbiin Waaqayyoo diina irratti Albee nuuf ta’a.
Efe.6:17 Fayyina akka gonfoo sibiilatitti ,Dubbiin waaqayyootis akka Albeetitti,hafuura qulqulluu biraa fudhadhaa.
7..Dubbiin waaqayyoo yeroo kadhannu akka fedhii waaqayyootitti akka kadhannu nu dandeessisa.
Yoh.15:7 Isin anatti Maxxantanii yoo jiraattan ,dubbiin kiyyas isin keessa yoo
jiraate,waan feetan ni kadhattu ,isiniifis ni ta’a.
#Kitaabni_qulqulluun_kun_maaliif barreeffamee nuuf kennamee?
1.Eenyummaa waaqayyoo, Amala waaqayyooti fi ,fedhii waaqayyoo akka beeknuufi.
Mat.22:29 Kitaabni qulqullaa’aan,humna waaqayyoos waan hin beeknefuu ni dogoggortu.
2..Waaqayyo fayyina bara baraa kan kara Ilma isaa qopheesse kana mul’isuudhaaf.
Kan ittiin tajaajilluu fi kan ittiin gaggeeffamnuu.
Aangoo Dubbiin waaqayyoo qabu
3..Waaqayyo dubbatee dubbii isaa hin jijjiiru
Mat.5:17 Seera fi brsiisa raajotaa diiguudhaaf waanan dhufe hin se’inaa,ani
Raawwachuudhaafan dhufe malee ,diiguudhaaf hin dhufne.
Fedhiin waaqayyoo waan hundumaa oli.
Iyyo:42:2 Ati waan hundumaa godhuu akka dandeessu nan beeke,akeeka kees karaatti kan hambisu hin jiru.
4..Dubbiin waaqayyoo seexana irratti aangoo qaba.
Mat.4:4 Namni nyaata duwwaadhan hin jiraatu, dubbii afaan waaqayyoo keessaa bahu hundumma wajjiin malee.