Gammaddii jiraadhu
Gammachuu kee haala jireenya kee waliin wal hin qabsiisin. Gammaduuf rakkoon dhabamuun dirqama miti; Yeroo rakkoo keetii kolfaan dabarsuu fi gaddaan dabarsuun filannoo keeti. Namoonni baay'en yeroo haala gaarii keessa jiran qofa gammadan. Ati garuu, yeroo hundumaa uumaa keeti fi namummaa kee qofatti
gammadi.
Addunyaan ati keessa jiraattu dachee tana osoo hin taane, sammuu kee keessa waan ta'eef, Yeroo keessi kee gammadu, Addunyaan tun waan ati gammaddeef si waliin kolfiti. sammuu kee keessa jiraachuu yeroo eegalte, Wanti ati rakkisaadha jettee yaadde salphaa taʼuu isaa nii hubatta. Gaaffin jireenya keetii deebii dhabee tures deebii siif argachuu eegala. Sana booda Namoonni baay'en madda gammachuu keetii baruuf si kabaju, si dhaggeeffatus. Namoota baay'ee biratti iddoo gudda argatta. Hojii keetin nii ajaa'ibsiifatamta. ilaa fira koo rakkina dachee tanaa dhiistee sammuu kee keessa jiraachun eenyummaa kee yeroo barte uummamuun kee qofti si gammachiisa.
Miiraa Xiiqii 🎯
Horaa bulaa deebanaa