๐๐ต๐ฎ๐พ๐ป๐ฎ ๐ค๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ต๐:
=========================
Dhiirootas ta'ee dubartooniis dhaqna qabachuun dirqamadha, yoo dhaqna hin qabanne wantii keenya hunduu fokkiisa ta'aa.
Akkaa macaafa qulqulluu kakuu moofaati dhaqna qabana dhiiroota qofa dubbaata akka kaaku haaraattii immoo salaa lamanuu dhaqna qabachuun barbaachisadha.
'Waaqayyo yommus Iyaasuudhaan, "Dhagaa qara qabu qopheeffadhuutii ammas Israa'eloota dhaqna qabi!" jedhe. โฆ. Kanaaf Iyaasuun ijoollee isaanii warra isaan booddeedhaan ka'an dhaqna qabee iddoo abboota isaanii isaan buuse. Isaan karaa irra waan turaniif utuu dhaqna hin qabatin turan. (Iya 5:2-9). Dhaqna qabaa jechuun jireenya moofaattii addaan ba'uun namummaa fi jireenya haaraa (new style life) argachuu dha. Horteen Abrahaam dhaqna qabaa foonii qabaachuu isaaniitiin baay'ee of jaju. Garuu dhaqna qabaan kakuu haaraa fi inni sirriin yaada garaa ofii dhaqna qabuu dha. Akkasumas dhaqna qabaa qaama tokkittii irratti xiyyeeffatu utuu hin taane dhaqna qabaa guutummaa qaamaa ti. โIsinis immoo isumaan dhaqna qabamtaniittu; dhaqna qabaan keessan garuu isa harkaan hojjetame utuu hin ta'in, isa Kristos dhaqna qabuu isaatiin namummaa foonii guutummaa isaa balleessee dha.โ (Qol 2:11).
#Qophii guddaan biyya Kanaโaan seenanii qabachuu dursu, dhaqna qabaa waan ta'eef Iyaasuun hunduma isaanii dhaqna qabee arrabsoo warra Gibxii isaan irraa galagalche.
Wantootni sabni sun ittii dhaqna qabaman keessaa:_
1.#Sammuu garbummaatti barettii dhaqna qabamu
2.#Araada cubbuuttii dhaqna qabamu
3.#Didoo ta'uu fi addaggummaa isaaniittii dhaqna qabamu"
4.#Oftulummaa irraa dhaqna qabachuu
# Namoonii dhaqna qabatan yeroo hundaa malattoo isaanii
#yeroo hundaa jalaala yesus keessaa bubbuuraquu.
Kanaaf nuyis waaโee michuu keenya isa amanamaa Yesusiin yaadudha".