Imaanu'eel Kaant maal jedhe!
Addunyaa kana irratti ulaagaa tokko malee wanti gaarii ta’e maali? Jechuun gaafata Imaanu'eel kaant yeroo falaasamaa isaa jalqabu.Gaaffii kanaaf deebii ofii isaatif akkana jechuun kenna.
#Maallaqaa ? Lakkii;maallaqni gaarii kan ta'u yoo wanta gaariif oolchine qofa malee maallaqni uummama isaatinu gaarii miti.
#Beekumsaa? Lakkii.Beekunsi gaarii kan ta'u yoo nama gaarii argate qofa.
#Gootummaadhaa? Lakkii isas miti.Gootummaan gaarii kan ta'u yoo kaayyoo gaariidhaaf oole qofa.Fknf Hitler goota garuu gootummaan isaa #gootummaa gadheedha.
#Kanaafu maalinnirree? Kaantiif deebii tokkicha.Addunyaa kana irratti ulaagaa tokko malee wanti gaarii ta’e Gaarummaa ykn garalaafina .(Kant 1987:7)
Beekumsi,Maallaqni fi Gootummaan yoo gaarummaa wajjiin ta’an humna guddaa qabu.