Isin Yaadachiisuuf
=========
Sagantaa Qaxaleewwanii Televizhinii OBN irratti guyyaa har'aa galgala sa’aa 12 irraa eegalee tamsa’u yeroo daawwattan yaadota kalaqaa dhihaatan armaan gadii irraa hedduu barattu. Akka isin hindabarre!
1. Konkolaataa humna ibsaa fi anniisaa aduutiin socho’u
2. Maashina Xaa’oo Oomishu
3. Appilikeeshiinii balaa konkolaataa hir’isuu fi ibsaa ibsu
4. Mala Ammayaan Damma Oomishuu.
Qophiin Kutaa tokkoffaa fi lammaffaa isin jala darbee yoo ture Chaanaalii YouTube keenya https://www.youtube.com/awashbankAb hordofuun daawwadhaa.