Baankii Daldala Itiyoophiyaa


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic


Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Statistics
Posts filter


Hiriyaa fakkaatanii kan isin hatan irraa of eegaa!
******
Hattoonni ykn gowwoomsitoonni lakkoofsa fayyadamtoota miidiyaa hawaasaa saffisaan dabalaa dhufe kana fayyadamuun malawwan sobaa adda addaa fayyadamuun odeeffannoo fi maallaqa saamaa jiru.
Kanumaan wal qabatee gowwoomsitoonni akkaawuntii Telegram hack gochuun fira fakkeessanii hanna raawwachaa akka jiran hubanneerra.
Gowwoomsitoota irraa of eeguu kan dandeenyu akkamitti?
• Bilbila gargaarsa hiriyyaa miidiyaa hawaasaa irraa dhufu kamiyyuu of eeggannoodhaan ilaalaa.
• Gaaffii michuu miidiyaa hawaasaa namoota hin beekne irraa dhufu hin fudhatinaa.
• Beeksisa hir’ina gatii shakkuu;
• Nama toora intarneetii qofaan wal bartaniif, maallaqa hin erginaa.
• Odeeffannoo dhuunfaa keessan miidiyaa hawaasaa irratti hin qoodinaa.
• Seera qabeessummaa beeksistootaa osoo hin mirkaneessin tarkaanfii kamiyyuu hin fudhatinaa.
• Ergaa barreeffamaa, Iimeelii ykn ergaa miidiyaa hawaasaa namoota hin beekne irraa dhufu keessatti Liinkii hin baninaa.
Fuula miidiyaa hawaasaa baankii keenyaa isaan sirrii ta'an hordofaa.






Baankiin Daldalaa Itoophiyaa yeroo 4ffaaf guyyaa (Compliance) kabaje.
**
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa maamilootaa fi qajeelfamoota kabajee hojjachuu (Compliance day)  mata duree “The Future of KYC: Powered by Innovation” jedhuun bara kana yeroo 4ffaaf kabajeera.
Pirezidaantiin Baankii Daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo saganticha irratti argamuun, sochii yakkaa yeroo hunda jijjiiramaa jiruuf, qophii fi deebii sirrii ykn madaalawaa ta’e kennuun barbaachisaa ta’uu dubbatan.
Sochii galii Gibiraa dhoksuuf taasifamu ittisuuf maallaqni karaa baankotaa socho’u, maallaqa malaammaltummaadhaan argame dhoksuu, shororkeessummaa deeggaruuf tattaaffii taasifamu sirnaan hordofuun barbaachisaa ta’uu hubachiisan.
Eenyummaa  maamiltootaa hubatanii xiyyeeffannaan hojjachuun murteessaa ta’uus ibsaniiru.
Obbo Abbeen baankichi seeraa fi dambii qaamoleen to’attoonni baasan kabajuun, filannoo osoo hin taane, dirqama ta’uu isaa guutummaatti hubachuun ittiin hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Baankonnii fi dhaabbileen faayinaansii biroo nageenya damee faayinaansii eeguuf, waliin hojjechuu akka qabanis dhaaman.
Baankii Daldalaa Itoophiyaatti Pirezidaantii Ittaanaan bulchiinsa ‘Risky fi Compliance’ obbo Fireew Gabrasillaasee, balaa seera kabajuu dhabuun dhufu dhabamsiisuuf baankichi caasaa cimaa akka qabu ibsaniiru.
Sagantaa kana irratti qaamoleen dhimmi ilaallatu hundi kan hirmaatan yoo ta’u, waraqaalee qorannoo ogeeyyii olaanoo damee kanaatiin dhiyaatan irratti mari’atameera.


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Mobaayil baankingiin tikkeettii kutachuun baay'ee salphaadha!  
Daangaa tokko malee fayyadamaa!                                                                                                    Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#CBE #mobile_banking #digital #ethiopia

#cbe #digitalbanking #mobilebanking #banking #ethiopia #ethiopian
***
Appii mobaayil baankingii CBE argachuuf:
•  Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.combanketh.mobilebanking

•  IOS: https://apps.apple.com/us/app/cbe-mobile-banking-new/id1534203410#?platform=iphone


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Mul’ata keessan dhugoomsaa!
. Bu'aa argame qooddadhaa!
********
Karoora keessan galmaan ga'uuf kan isin gargaaru Herrega qusannaa CBE NOOR Mudarabbah irratti qusachuudhaan bu'aa Qooddadhaa.
Bu'aa argame keessaa harka 67-99% qooddattu!
***********
CBE NOOR tajaajila baankii guutuu dhala irraa bilisaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#CBE #cbenoor #interestfreebanking #saving #mudarabah


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Friday, April 25, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Kabajamtoota maamiloota:
****
Tajaajila baankiin keenya dameelee irratti kennu irrattis ta’e, karaa filannoo kaffaltii dijitaalaa yaada isin maamiltoota keenya irraa arganne irratti hundaa’uun, fooyya’iinsa bal’aa hojiirra oolchaa jirra.
Fooyya'iinsi kun akka itti fufu kan nu gargaaru, ATM, POS, fi CBE Birr erga fayyadamtanii booda ergaan mirkaneessaa (SMS) isin dhaqqaba.
Kana waliin liinkiin yaada ittiin nuuf kennitan waan jiruuf, kabajaan akka guuttan isin gaafanna.
Hubachiisa:
****
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa odeeffannoo baankii ergu kamiifuu kaffaltii hin gaafatu.
Kanamalees lakkoofsa iccitii nama kamiyyuu hin gaafatu.
****
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Welcome to Ethiopia!
*******

During your stay in Ethiopia,
CBE is right by your side for your banking needs!

Enjoy your stay and feel at home!
*******
Commercial Bank of Ethiopia
The bank you can always rely on!
#cbe #banking #ethiopia


Dargaggoonni qaroon kan egereef ta'u har'a hojjatu!
Herrega Qusannaa Dargaggootaa
==
Herregni Qusannoo Dargaggootaa dargaggoonni ofiin of bulchanii hojiiwwan galii adda addaa irratti hirmaatanii, galii isaanii irraa maallaqa itti qusatanii milkaa’ina isaanii gara fuula duraatiif bu’uura itti kaa’aniidha.

• Herrega qusannaa idilee caalaa dhala fooyya’aa argamsiisa.

• Kun herrega dargaggoota umuriin isaanii waggaa 14-17 ta’aniin banamuudha.

• Dargaggoonni warra isaanii ykn guddiftoota isaanii waliin jiraatan herrega qusannaa kana karaa warra isaanii ykn guddiftoota isaaniitiin banuun ni danda’ama.
Dargaggoonni ciccimoon har'a boruuf hojjatu!
#CBE #Teen #saving #youth #bank #Ethiopia


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Thursday, April 24, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


CBE Birr Plus'n Herrega baankii keessan irraa kaffalaa!
****
CBE Birr Plus fayyadamuun herrega baankii keessan irraa baasuu
👉 Boba'aa kaffaluu⛽️
👉 Meeshaalee bitachuu 🛒
👉 Tajaajilaaf kaffaltii raawwachuu
👉 Maallaqa erguu
👉 Maallaqa gara herrega CBE Birr keessanitti dabarsuu dandeessu. Herrega CBE Birr keessan damee isinitti dhihoo jiru al tokko qofa deemuun, herrega baankii idilee keessan waliin wal-qabsiisaa.
****
. Appii CBE Birr Plus amma Google Play ykn App Store seenuun buufadhaa/fooyyessa.
• Bilbiloota Andirooyidiif:
https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
• Bilbiloota Appiliif:
https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #ethiopia #digitalbanking #banking #business


Carraa kanatti fayyadamaa!
. Doolaara tokko irratti birrii 12 dabalata argattu!
***
Kennaan keenya hanga Ebla 19, 2017tti itti fufa.
Biyya alaa irraa Appilikeeshinii maallaqa dabarsan Ethio Direct (#EthioDirect), Cash Go (#CashGo) fi Fast Pay (#FastPay) dhaan, akkasumas karaa dhaabbilee idil-addunyaa maallaqa dabarsanii yoo isiniif ergame, sharafa biyya alaa guyyaa guyyaan Doolaara isiniif ergamu hunda irratti boonasii dabalataa Birrii 12 argattu!
Boonasii birrii 12 dabalataan fudhadhaa!
****
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #easter #holiday #gift #moneytransfer #banking #ethiopia #forex #EthioDirect #CashGo #mto #fastpay




Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for, Wednesday, April 23, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Mobaayil baankingiin tikkeettii kutachuun baay'ee salphaadha!  
Daangaa tokko malee fayyadamaa!                                               
                                                                 ****                                                           Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#CBE #mobile_banking #digital #ethiopia

#cbe #digitalbanking #mobilebanking #banking #ethiopia #ethiopian
***
Appii mobaayil baankingii CBE argachuuf:
•  Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.combanketh.mobilebanking

•  IOS: https://apps.apple.com/us/app/cbe-mobile-banking-new/id1534203410#?platform=iphone


Ayyaanni akkam ture?
********
Gaafa ayyaanni gahu baasiif yaadda'uu dhiistanii, Herrega qusannaa ayyaanaa Baankii Daldalaa Itoophiyaatti dursaatii qusadhaa!
********
Qusachuun Ayyaana keessan gammachuun dabarsaa!
#CBE #holiday #saving


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Tuesday, April 22, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Kennaan keenya hanga Ebla 19, 2017tti itti fufa!
****
Biyya alaa irraa Appilikeeshinii maallaqa dabarsan Ethio Direct (#EthioDirect), Cash Go (#CashGo) fi Fast Pay (#FastPay) dhaan, akkasumas karaa dhaabbilee idil-addunyaa maallaqa dabarsanii yoo isiniif ergame, sharafa biyya alaa guyyaa guyyaan Doolaara isiniif ergamu hunda irratti boonasii dabalataa Birrii 12 argattu!
Boonasii birrii 12 dabalataan fudhadhaa!
****
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #easter #holiday  #gift  #moneytransfer  #banking #ethiopia  #forex  #EthioDirect  #CashGo #mto #fastpay


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Monday, April 21, 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

20 last posts shown.