Bohaartii Media


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Edutainment


🌍 Oduu Ammee
⚽ Ispoortii
📊 Seenaa fi barnoota gaggabaaboo siniin geeenya!
Nu hordofaa!
🤖 @jechabot
📢 @qeerroofqarre

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Edutainment
Statistics
Posts filter


Forward from: TIKVAH AFAAN OROMOO
Yunivarsitoonni Haga ammaa barattoota idilee isaaniif waamicha godhan!!

👉 Mettu University ---Fulbaana 7-8

👉 Debra Birhan University
-Health Students --Fulbaana 5
-barattoonni idilee --- Fulbaana 7-8

👉 Mekelle University ---Fulbaana 9-10

👉 Odabultum University -- Fulbaana 7-8

👉 Werabe University--- Fulbaana 8-9

👉 Selale University ---Fulbaana 7-8

👉 Mekdela Amba University --- Fulbaana 7-8

👉 Bonga University -- Fulbaana 7-8

👉 Wollo University -- Fulbaana 11-12

👉 Wolkite  University -- Fulbaana 4-5

👉 Ambo  University -- Fulbaana 18-19

👉 Aksum  University -- Fulbaana 14-15

👉 Borana  University -- Fulbaana 7-8

👉 Gambella   University -- Fulbaana 5

👉 Kebridehar  University -- Fulbaana 10-11

👉 Dirre Dawa University -- Fulbaana 9-10

#TikvahAfaanOromoo
Qaammee 05, 2018
Finfinnee

@tikvahethafaanoromoo


Morookoon tapha ajaa'ibaan Nezerlaandis mo'attee gara 16tti darbite.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eLWGB46

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa


GOOL ⚽️⚽️ 🥅
Martinelli daqiiqaa 96ffaatti Galcher jira!!!
Brazil 2:1 dursuu eegalteetti!

@Bohaartii_media
Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa hojii
f: @Urjiijobs Hordofaa


CASEMIRO Goolii qixxeessituu BRAZIL'f Galcheera!!!

🇧🇷 Brazil 1-1 Japan 🇯🇵

🏎 @Bohaartii_media

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa h
ojiif: @Urjiijobs Hordofaa


Brazil 🇧🇷00 - 01 Japan
Biyyi Kubbaa miillaan beekamtii qabdu Jaappaaniin durfamaa jirti!
Biraazil waancaa Addunyaa kanarraa ala taatii laata?
@Bohaartii_media

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa hoji
if: @Urjiijobs Hordofaa


Forward from: Urjii Tech
✨| 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐎𝐖𝐍𝐄𝐑𝐒 & 𝐀𝐃𝐌𝐈𝐍𝐒 |✨

📥 𝐖𝐀𝐕𝐄 📥 – መግባት የምትፈልጉ?
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🔻 REQUIREMENTS 🔻
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🌠 ➤ 𝟓𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔
🚀 ➤ 𝟏𝟎𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔
🌟 ➤ 𝟏𝟓𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔
👑 ➤ 𝟑𝟎𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔
🛡️ ➤ 𝟓𝟎𝐊+ 𝑺𝒖𝒃𝒔
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📬 𝑰𝒏𝒃𝒐𝒙 ለ ተመዝጋቢዎች:
🧸 @Oliinaaf
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━
📡 ➕ 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥

✨ 𝐎𝐍𝐋𝐘 𝐀𝐂𝐓𝐈𝐕𝐄 & 𝐏𝐎𝐖𝐄𝐑𝐅𝐔𝐋 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋𝐒! ✨
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━




Maaramee Harqaa Kaasaa weellistuu beekamtuu Oromooti. Bara 1990 keessa sagalee isheen mirga namoomaaf falmaa turte. Sirboota aadaa fi kitaab aishee Gundoo Booree jedhamuun beekamti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JB5GQRk

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa


Foormulaa of jaallachuu❤️

📍Dogongora ofiif dhiifama godhi
📍Abjuu kee yaadadhu
📍Fedhii keessan dhaggeeffadhaa
📍Waadaa ofitti galte eegi
📍Of dinqisiifachuu baradhu
📍Hin dhaabatin
📍Fedhii keessoo keetii amanadhu
📍Dangaa dhuunfaa cimsuu
📍Yeroo hunda itti gammadaa

━━━━━━━━━━━
🖌@Bohaartii_media🖌

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeks
isa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa


🚨 GOAL: Gooliin jalqabaa waancaa Addunyaa 2026 Garee Mexikootiin lakkofsifame!

🇲🇽 Mexico 1-0 South Africa 🇿🇦

🏎 Tilmaamaa Badhafamaaa!

Gorsa f
ayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa
hojiif: @Urjiijobs Hordofaa


𝐃𝐫𝐨𝐩 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐩𝐫𝐞𝐝𝐢𝐜𝐭𝐢𝐨𝐧𝐬 𝐟𝐨𝐫 𝐭𝐡𝐞 𝐟𝐢𝐫𝐬𝐭 𝐠𝐚𝐦𝐞 𝐛𝐞𝐥𝐨𝐰
Tilmaama keesan Barreessaa 👇


Click on link below to Watch World Cup games for free.


Waancaa Addunyaa Har'a jalqabu tilaamuu qofaan qarshii 10,000 badhaafamaa!
Meeksikoo vs Afrikaa kibbaa
Goolii jalqabaa eenyutu galcha?
Taphni meeqaan xumurama?


Biyyoota yeroo jalqabaaf tapha waancaa addunyaarratti hirmaatan!!

Tapha waancaa addunyaa 2026 biyyoota 48 hirmaachiise keessaa biyyootni gaditti tarreeffaman kunniin 4’n taphichaaf fuula haaraadha.

Keeppi Veerdee - Baayina Uummataa naannawaa 550,000

Joordaan- Baayina Uummataa naannawaa Miiliyona 11.9

Kuraasaahoo -Baayina Uummataa Kuma 100 fi Kuma 58

Uzbeekistaan - Baayina Uummataa Miliyoona 38.3

@Bohaartii_media


Dhalataan #Somaaliyaafi murteessaan seera dirree tapha kubbaa miilaa kan Yuunaayitid Isteetis viisaa seensaa dhorkatte gootummaan simatame

#Finfinnee
, Waxabajji 11, 2026: Murteessaan seera dirree tapha kubbaa miilaa beekamaan lammii Somaaliyaa, kan dorgommii #Waancaa_Addunyaatiif gara #Yunaayitid_Isteetsitti (US) akka hin seenne dhowwame, Roobii kaleessaa yeroo gara biyya isaatti deebi’u deeggartoota fi hayyoota mootummaatiin simannaan gootaa taasifamee jira.

Omaar Artan, kan bara 2025 keessa murteessaa seera dirree tapha kubbaa miilaa cimaa #Afrikaa jedhamuun badhaafame, Waancaa Addunyaa isa itti aanu irratti argamuuf akka karoorfate ibsuun, dargaggoonni Somaaliyaa biyya isaaniitiin akka boonan waamicha godheera.

Odeessa guutuuf dubbisaa
https://www.facebook.com/share/p/1Pjpzt9JV4/

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa


Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan Maalaawwii waliin qixa ba'e

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) - Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa garee Biyyaalessaa Maalaawwii waliin tapha michoomaa marsaa 2ffaa taphateen 1 fi 1'n qixa ba'eera.

Tapha sa'aatii 12:00 irraa eegalee taphatameen Maalaawwiif Adeepoojuu Baabaatuundee yoo lakkoofsisu, Biiniyaam Balaay ammoo Itiyoophiyaaf galchii qixeessituu lakkoofsiseera.

Waaliyaawwan istaadiyeemiima walfakkaataatti tapha marsaa 1ffaan 1 fi 0'n mo'achuun isaanii ni yaadatama.

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa


Waancaa Addunyaa Mana keessan teessanii TG dhaa tola ilaaluu barbaadduu?
FREE TV TUQAA!


Ilaalcha Risaa 🦅

Gorsa fayyaa
f: @fayyaaoromoo
Beeksisa hojii
f: @Urjiijobs Hordofaa


Abbaan murtee cimaa Somaaliiyaa Ameerikaa akka hin seenne dhorkame.

Abbaan murtee kubbaa miilaa cimaan lammii Somaaliyaa Omar Artaan Ameerikaa akka hin seenne dhorkame.

Omar Artaan abbootii murtee kubbaa miilaa Afrikaa bakka bu’uun waancaa Addunyaa kamisa dhufu eegaluuf filataman keessaa tokko ture.

Abbaan murtee kun Ameerikaa buufata xiyyaaraa Maayaamitti dhorkamuun, amma Tarkiyyee jira jedhame.

Sababni ammaan murtee kun dhorkamaniif ibsamuu baatus, bulchiinsi mootummaa Doonaaldi Tiraampi biyyoota qoqqobbii imalaa irra kaa’e keessaa Somaaliyaan tokko.

Omar Artaan bara 2018 irraa eegaluun abbaa murtee ’FIFA’ ta’uun hojjechaa jira, abbootii murtee 52 waancaa Addunyaa kanaaf filataman keessaattis ni argama.

Artaan bara 2025 Abbaa murtee cimaa Afrikaa jedhamuun badhaafamuun isaas ni yaadatama.

Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo
Beeksisa hojiif: @Urjiijobs Hordofaa


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Furmaanni Tasgabbii keessaan argama!
@Bohaartii_media

20 last posts shown.