Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa ATM maallaqa galchuufi baasuu dandeessisu fi wiirtuu kalaqa dijitaalawaa /Dx-valley 2.0/ ifoomse
Sirna ifatti eegalchiisuu sagantaa kanarratti keessummaa kabajaa tahuun kan argaman Prezidaantii Ittaanaa BMNO Obbo Awwaluu Abdii haasawaa taasisaniin, Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa hawaasa bal'aa baadiyyaan bu'uureffame hawaasa kanaaf deebisee owwaachuurratti argama jedhan. Sochii diinagdee hawaasa cimsuuf hojjechaa jiru cinaatti seenaa, aadaafi duudhaa hawaasichaa guddisuuf taasisaa jiru kanas daran cimsee itti fufuu qabas jedhaniiru,
Gama tekinooloojiitiinis, hojiiwwan garaa garaa baankichi hojjechaa jiru muuxannoo hedduun kan irraa baratamuudhas jedhaniiru obbo Awwaluun.
Prezidaantiin BHGO obbo Darribee Asfaawu sirnicharratti gamasaaniitiin, Baankichi xiyyeeffannoo dijitaalawaaf kennee hojjechuun kalaqa haaraa rakkoolee faayinaansii furanii fi indaastirii baankii keessatti fakkeenyummaa qaban hedduu hojjeteera jedhan.
Maashinni ATM har’a baankiin keenya ifoomse kunis, maashinoota ATM kanaan dura baraman irraa fooyya’ee kan dhufe yoo ta’u, salphaatti maallaqa baasuu fi galchuuf dandeessisa jedhan. Maashinichi baatirii mataa isaa fi hunma soolarii kan qabu yoo ta’u, adda cituu humna ibsaan otoo hin daanga’iin yeroo fedhanitti tajaajila kan kennuudhas jedhaniiru.
Kanamalees baankiin keenya, guddina dinagdee biyya tokkootiif istaartaappiin murteessaa ta’uu hubachuun muuxannoo wiirtuu kalaqa dijitaalawaa DX Valley 1. 0 irraa arganne babalísuun wiirtuu kalaqa DX Valley 2.0 hundeessineerra jedhan.
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa dijitaalaaf dursa kennuudhaan hojiilee taajajila faayinaansii hundagaleessaa mirkaneessanii fi kalaqa teknolojii baankii ammayyeessan irratti kutannoodhaan hojjechaa akka jiru, Baankii Biyyaalessa Itoophiyaatti Daarakteera Supperviiszinii kan tahan Obbo Fireezar Ayyaaleew dubbataniiru.
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የአገልግሎት አሰጣጥን የሚያሳልጥ፣ አዲስ ገንዘብ የሚከፍል እና የሚቀበል ማሽን እና የዲጂታል ፈጠራ ማዕከል የሆነውን /Dx-valley 2.0/ ይፋ አደረገ።
በመክፈቻ ስነ ስርዓቱ ላይ ንግግር ያደረጉት: የእለቱ የክብር እንግዳ የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ምክትል ፕሬዝዳንት አቶ አወሉ አብዲ: የኦሮሚያ ኀብረት ሥራ ባንክ በሰፊው አርሶ አደር የተመሰረተ መሆኑን አስታዉሰዉ ማህበረሰቡን ለማገልገል የሄደበትንም ርቀት አድንቀዋል። በቀጣይም ህብረተሰቡን በኢኮኖሚ ለመደገፍ እያደረገ በለው እንቅስቃሴ በዲጅታል የባንክ አገልግሎት እያሳየ ያለዉን ፈጣን አካሄድ አጠናክሮ መቀጠል ያስፈልጋልም ብለዋል።
የኦሮሚያ ኅብረት ስራ ባንክ ፕሬዝዳንት፣ አቶ ደርቤ አስፋው በበኩለቻው፡ ባንኩ በሚከተለው ‘ለዲጂታል ቅድሚያ’ በሚል መርህ ለእንዱስትሪው ተምሳሌትነት ያላቸውና የፋይናንስ ችግር ፈቺ የሆኑ በርካታ አዳዲስ ፈጠራዎችን ለደንበኞቹ ሲያቀርብ መቆየቱን ተናግረዋል።
ባንካችን ዛሬ ያስተዋወቀው የካሽ ሪሳይክለር ማሽን ከዚህ ቀደም የተለመዱ ኤቲኤምዎች ተሻሽሎ በቀላሉ ገንዘብ የማውጣት እና የማስገባት አገልግሎት የሚሰጥ ነው። ማሽኑ የራሱ ባትሪ እና ሶላር ፓነሎች ያሉት ሲሆን ፣ይህም በመብራት መቆራረጥ ሳይገደብ በማንኛውም ጊዜ ወደ ባንክ መሄድ ሳይጠበቅባቸዉ ደንበኞች በቀላሉ አገልግሎት ማግኘት እንደሚያስችል ነው ሲሉ የባንኩ ፕሬዝዳንት አክለዋል።
በተጨማሪም፣ ፈጠራና ስታርታፖች ለአንድ ሀገር ኢኮኖሚ እድገት ወሳኝ መሆኑን በመገንዘብ ከቀድሞው የ Dx-valley 1.0 የፈጠራ ማዕከል ትምህርት በመቅሰም ዛሬ Dx-valley 2.0 የፈጠራ እና ኢንኩቤሽን ማዕከል ይፋ ሆኗል። ዛሬ ይፋ በሆነው ማዕከል በርካታ አገልግሎቶችን ለመስጠት መታቀዱንም ገልጽዋል አቶ ደርቤ።
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ለዲጂታል ቅድሚያ በመስጠት ሁሉን አቀፍ የፋይናንስ አገልግሎት እዉን የሚያደርጉና የባንክ ቴክኖሎጂ ፈጠራዎችን ለማዘመን በቁርጠኝነት እየሰራ የሚገኝ ባንክ መሆኑን በብሔራዊ ባንክ የሱፐርቪዥን ዳይሬክተር የሆኑት አቶ ፍሬዘር አያሌው ተናግረዋል።
#Coopbank #DxValley2 #BankingInnovation #DigitalTransformation #Ethiopia