Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, bara bajataa 2023/24 ALAtti guddinaa fi jijjiirama hundagaleessa galmeessiseen dorgomtummaasaa daran cimsee itti fufuu isaa yaa’ii waliigalaa idilee waggaa 19ffaa Abbootii Aksiyoonaa baankichaa har’a magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti taa’amerratti ibsameera.
Gabaasa raawwii hojii baankichaa kan bara bajataa 2023/24 Dura Taa’aan Boordii Daayrektarootaa baankichaa Dr. Fiqruu Deeksisaan dhiyeessaniiru. Haaluma kanaan, Baankichi xumura bara bajataa kantti;
• Olkaawwannaa (Deposit) dhaan qarshii biiliyoona 117.15tti guddateera.
• Liqiin Sektaroota diinagdee garaa garaatiif baankichaan kennamee ala jiru Qarshii biiliyoona 99.40 gaheera.
• Galii waliigalaa qarshii biiliyoona 19.03 sassaabuun, bu'aa gibira duraa qarshii biiliyoona 2.51 argateera.
• Tajaajilawwan fedhii hawaasaa bu’uureffatee fi dhaqqabamaa ta’e dhiyeessuun baay'ina maamiloota isaa miiliyoona 13.34tti ol guddisuudhaan, baankichi baay’ina maamilaatiin baankolee dhuunfaa keessaa adda durummaasaa mirkaneesseera.
• Gama Kaappitaala Aksiyoonaatiin, qarshii biiliyoona 11.16 kaffalameera.
• Dameewwan dabalataa haaraa banuudhaan, walumaagalatti baay’inni dameelee baankichaa xumura bara bajatichaatti 758 qaqqabeera.
• Gama dijitaalummaatiinis, dhaqqababummaasaa daran babal’isuun lakkoofsi daddabarsa (Transaction) karaa dijitaalaa waliigalaa miiliyoona 489.5 yoo ta'u, qarshiin tiriiliyoona 1.36 ittiin sochoofameera.
• Toorawwan daldalaa Maayikiroo, Xixiqqaa fi Intarpiraayizoota jajjabeessuuf, karaa liqii dijitaalaa MICHUU tiin maamiltoota kuma 110 ta'aniif qarshii biiliyooma 4 ol kennuudhaan guddina diinagdee walootiif shoora guddaa taphateera.
Gabaasa dhihaateen alattis, dhimmoota garaa garaa irratti Abbootiin Aksiyoonaa baankichaa mari’achuun, murtoo garaa garaa dabarsuun cinatti, filannoo hoggantoota boordii baankichaas geggeessanii yaa'ichi milkaa'inaan xumurameera.
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ እ.ኤ.አ በ 2023/24 በጀት ዓመት ባስመዘገበው ሁለንተናዊ እድገት፣ ተወዳዳሪነቱን አጠናክሮ መቀጠሉን፣ በአዳማ ከተማ አባገዳ አዳራሽ ዛሬ ባካሄደው 11ኛ የባለ አክሲዮኖች አስቸኳይ እና 20ኛ ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ አስታውቋል፡፡
የባንኩን የ2023/24 በጀት ዓመት የሥራ አፈፃፀም ሪፖርትም በባንኩ የዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ በ ዶ/ር ፍቅሩ ዴክሲሳ ቀርቧል፡፡ በቀረበው ሪፖርት ላይ እንደተመለከተው፣ ባንኩ በመጨረሻ በጀት ዓመቱ ካስመዘገበው ስኬቶች መሀከል:
- የባንኩ ተቀማጭ ወደ ብር 117.15 ቢሊዮን አድጓል።
- ለተለያዩ የኢኮኖሚ ዘርፎች የሰጠ ሲሆን በአጠቃላይ በባንኩ ተሰጥተው ውጭ የሚገኝ ብድር መጠን ብር 99.40 ቢሊዮን ደርሷል።
- በአጠቃላይ ብር 19.03 ቢሊዮን በመሰብሰብ፣ ከግብር በፊት ብር 2.5 ቢሊዮን ትርፍ ማግኘት ችሏል።
- የማህበረሰቡን ፍላጎት መሰረት ያደረገና ተደራሽ አገልግሎት በመስጠት በበጀት ዓመቱ አዳዲስ ደንበኞችን በማፍራት፣ በበጀት ዓመቱ ማብቂያ፣ የደንበኞቹን ቁጥር 13.34 ሚሊዮን በማድረስ ከግል ባንኮች ቀዳሚነቱን አጠናክሮ ቀጥሎበታል።
- በአክሲዮን ካፒታል ዙሪያም በበጀት ዓመቱ መጨረሻ ብር 11.16 ቢሊዮን የአክሲዮን ካፒታል ተከፍሏል።
- የአገልግሎት ተደራሽነትን በተመለከተ፣ አዳዲስ ቅርንጫፎችን በመክፈት በአጠቃላይ የባንኩ ቅርንጫፎች ብዛት 758 ደርሷል።
- በዲጂታል አገልግሎትም ተደራሽነቱን እጅጉን በማስፋቱ የተከናወነ የግብይት ብዛት 489.5 ሚሊዮን ሲሆን በአጠቃላይ ብር 1.36 ትሪሊዮን ገንዘብ ማንቀሳቀስ ተችሏል።
- የሥራ ዘርፉን በማስፋትና ኅብረሰቡን ለማብቃት ባዘጋጀው በምቹ ከማስያዣ ነፃ ዲጂታል የብድር አገልግሎትን ለጥቃቅን፣ አነስተኛ መካከለኛ ኢንተርፕራይዞች በማቅረብ 110 ሺህ በመድረስ፣ በአጠቃላይ ከ ብር 4 ቢሊዮን በላይ በማበደር ለሁለንተናዊ የኢኮኖሚ እድገት የበኩሉን ሚና መጫወት ችሏል።
ከቀረበው አፈፃፀም ሪፖርት ባሻገርም፣ የባንኩ ባለ አክሲዮኖች የተለያዩ ነጥቦች ላይ በመምከር፣ ውሳኔዎችን በማስተላለፍ፣ የዳይሬክተሮች ቦርድ ኮሚቴዎችን መርጠው ጉባኤው በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል።
#Coopbank #GeneralAssembly