Nft premarket jechuun gatii token paws osoo hin taane! Fakkeenyaaf ani qabxii paws 300k qaba yoo ta'e qabxii kana premarket irratti gatii ani barbaade maxxansuun caalbaasiif dhiheessuudha!
Kanaafuu gatiin amma jiru kun kan namootni maxxansaniidha! Haa ta'u malee premarket gatii guddaan jalqabuun isaa baay'ee gaariidha
Kanaafuu gatiin amma jiru kun kan namootni maxxansaniidha! Haa ta'u malee premarket gatii guddaan jalqabuun isaa baay'ee gaariidha