Dare Tube


Channel's geo and language: Ethiopia, English


Nama Biyya Oromo⚖️NBO
Atom◉
⬇️
Data◉
⬇️
Information◉
⬇️
Knowledge ◉
⬇️
Wisdom ◉
⬇️
AI◉
⬇️
???????
🤔

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


🫴Namoonnii akkas jedhamtan argachuu hin dandeessan✌️

🫴Wantii haaraan yoo jiraatte isin beeksisaa. 👇

Follow godhaa Twitter page Technology haaraa barreessa jira, afan Oromoon🙏


🫴Exchangonnii banamiiru yoo isin rakkise vedio ni hojjaana

https://x.com/Dare0909_ab?t=mHi-gTWeQVjQjH13oyOMjw&s=09


🫴major kenaa jira ilaalladha


🔠🔠🔠🔠 Streak Bonus Guyyaa meeqaffaa geessan?

🫴Kan naa caalu yoo jiraatte✌️

t.me/seed_coin_bot/app?startapp=693199560


🫴Goats guyyaa 7 booda Snapshot ta'a.
🫴75% warra hojjataniifidha.
🫴Isa kaniis gubbaa jira, dubbisa.

Wow
👇
Warri hin jalqabne yoo jiraattan👇


https://t.me/realgoats_bot/run?startapp=4ae16086-7820-4724-a9a7-bbe2ae9f908c


Guys galaniiruu✌️

🫴Wanti haaraan yeroo dhufu isinitti hima
.


🫴Paws Twitter pagiin isaanii

Million 1 galuuf namoota 595 hafaaf✌️

🫴Tarii yeroo million galan Task sun gad dhifamuu mala Obsaan eegadhaa✌️


New Task take it✌️

🫴🫴 1024✌️




🫴channel Gurguddoo jedhamanii beekamii fi Twitter gubbaati illee namni ani fudheera jedhu hin jiru.

🫴Akkuma gad dhiifameen isin beeksisaa.

🫴Garuu hubadha. Guyyaa har'a qophaa'oo ta'a.

🫴Be ready today for paws 1M

🫴Hundumaafu waan kenamu nati hin fakkaatu, just prank😂

✌️Official Telegram👇

https://t.me/daretube_DT
https://t.me/daretube_DT


🪙#BUMS 👈 Kombo 2 000 000 Kombo

📱 Epizode 40      - 13116
📱 Epizode 41      - 28932
📱 Epizode 42      - 50662
📱 Epizode 43      - 83921
📱 Epizode 44      - 35176
📱 Epizode 45      - 24345
📱 Epizode 46      - 95662
📱 Epizode 47 - 43700


https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18


🫴Paws Maaliif Million tokko Maaliif fidee🤔 Taskii haaraadha.

🫴Guys maal jettan mee bilbilaa darbadhaa jedhuu laata🤔

🫴Tarii deebii isaa yoo argittan group irra👇

Dare Tube Group


🫴Paws Miseensii isaa baayyee deemaa jira.
🫴Dabalataan immoo Paws NotCoin faana Hariiroo hoomaa hin qabu
. ✌️


🫴StarFi puzzle.

#StarFi


Hrum

🫴 HELEN KELLER

#hrum


Goats November 27 Snapshot ✌️


🪙BUMS 👈 kombo 2 000 000 Kombo

🫴November 20

📱 Epizode 40      - 13116
📱 Epizode 41      - 28932
📱 Epizode 42      - 50662
📱 Epizode 43      - 83921
📱 Epizode 44      - 35176
📱 Epizode 45      - 24345
📱 Epizode 46      - 95662

https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18

Hey buddy! Check out BUMS!

Join now and level up from a bum to the king of the streets!


Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Paws fudhachuudhaaf😂😂😂

🫴lammaaffaan immoo darbachuudhaa😂😂😂


#Bilisummaa_Sammuu!

GORSA QAJEELTOO MILKAA'INA JIREENYAA:

1. Eessaan dhufe, Eessattin deema,
Maaliifin uumamee bari.
2. Seera uumaa (natural law) kabaji.
3. Yeroo hunda dhugaa dubbadhu, haqaan hojjedhu.
4. Amala gaarii, namooma, amanamummaa, naamusa kkf qabaadhu.
5. Jibba dhala namaa kamuu ofirraa balleessi.
6. Nama miidhuu irraa fagaadhu
7. Karaa qaxxaamuraa fi daba cubbuu irraa fagaadhu.
8. Amantii qabaadhu, Rabbi kadhachaa sodaadhu
9. Haadhaa fi abbaa, maatii keetiif tola oolii gammachiisi.
10. Hiriyaa gaarii filadhu
11.
Mul'ata qabaadhu
12. Baradhu, barreessi, dubbisi, beekkumsa horadhu.
13. Hanga duututti barataa ta'i.
14. Dubbachuu fi hojjechuu dura hubachuu bari.
15. Jaarsolii fi Manguddoo irraa beekkumsa argadhu.
16. Du'a akka hin oolle yaadadhu.
17. Taa'uu hin baay'isin sochoo'i, deemii dalagi.
18. Nama qormaata irra furmaata; Boo'icha irra moo'icha irratti xiyyeeffadhu.
19. Waan dabre yaadachaa hin oolinii dhiisi fuuldura ilaali.
20. Keessummaa ykn nama hayyuu waliin haasa'i irraa baradhu
21. Seenaa namoota gaggaarii fi milkaa'anii dabranii dubbisi.
22. Gufuu si mudatu osoo hin dhiphatin akka carratti fayyadami; kufaatiif harka hin kennin obsi.
23. Oduu dhaggeeffachuu fi Miidiyaa hawaasummaa online baay'isin.
24. Namoota si caalan irraa baradhu malee itti hin hinaafin.
25. Namoota gowwaa, hamaa, jibbaa, hinaafaa, haasida, fakkeessaa, sobaa, abdi kutataa kkf irraa fagaadhu.
26. Hedduu dubbachuu hin baay'isin
27. Waan namni akka siif tahu feetu dursii namaaf tahi.
28. Qorichoota si macheessan dhaabi
29. Halkan yeroon (sa'aa 3 - 4) hirriiba rafi
30. Ganamaan dammaqi
31. Ispoortii hojjedhu
32. Nyaata gosaa (kudraa fi mudraa baay'isi; cooma, soogiddaafi sukkara hir'isi) fi hamma isaa hanga danda’ame madaalii nyaadhu.
33. Namootaaf dhiifama gochuu aadeffadhu, araaramaa fi waliigalaa ta'i.
34. Miira dorgommii fi naman caalaa ofirraa balleessi.
35. Fedhii, hawwii fi miira kee daangeffadhu.
36. Fudhataa osoo hin taane kennataa ta'uun beekkami. Nama rakkataa gargaarii arjaa ta'i.
37. Waan fedhii itti hin qabne hin hojjetin
38. Waan dhala namaa fayyaduu fi yoomuu itti yaadatamtu dalagi.
39. Yoomuu hin boonin, of hin tuulin, fiinxaalessa hin ta'in dhala namaaf jiddugaleessa ta'i
.
40. Ofii gaarii ta'ii "Cubbuu fi Irbuu" irraa fagaadhu.

#erga koo
Bilisummaa sammuu keetii; Dabarsitee namaaf hin kenniin.Gaafa bilisummaa sammuu keetii dabarsitee namaaf kennite, Qaama biraatiin to'atamta!

Addunyaan kun ilma namaatiif qixa kennamte.Qixaan itti gargaarami.Gatiin kee siin haa madaalamu.Bara jireenyaa kee burjaajiin hin dabarsiin.Of ta'ii jiraadhu.Ati nama guutuu taatee dhalannaan; nama guutuu ta'ii jiraadhu.
Yoo jaallattan
#Share #like #Comment

@daretube_DT
@daretube_DT


🫴New Task Paws

20 last posts shown.