Posts filter


BREAKING ‼️

🔰ለሊቨርፑል አስደናቂ አቋሙን እያሳየ የነበረው ኔዘርላንዳዊ የግራ መስመር አጥቂ ኮዲ ጋክፖ ከወልቭስ ለሚያደርጉት ጨዋታ በጉዳት ምክንያት የመድረሱ ነገር አጠራጣሪ ነው ሲሉ አሰልጣኝ አርኔ ስሎት ተናግረዋል።

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲
@Dire_Sport
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲
@Dire_Sport


🚨 Breaking: ODDUU AMMA BAHEEN

Saalaah rikoordii Heenrii cabsuuf dhihaateera...

Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti bara tokko keessatti goolii 20+ fi kubbaawwan 20+ kan lakkoofsisee Heenrii qofa, Saalaah rikoordii kana cabsuuf kubbaawwan 6 qofatu hafe


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @dirre_isportii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ   ⌲         ✉️   
  ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆

Kaayi Haavertiz miidhamni isa mudateera, miidhama isaa kanaanis hanga xumura bara dorgommii kanaatti dirree irraa kan fagaatu taaha.🤯

📃【𝐃𝐀𝐕𝐈𝐃 𝐎𝐑𝐍𝐒𝐓𝐄𝐈𝐍】🥇

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@dirre_isportii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphoota har'a taphatamu.

🇪🇺Shaampiyoons Liigii Awurooppaa
02:45 🔰 Kilaab Biruuj Atlaantaa waliin
05:00 🔰 Seeltik Baayer Muuniik waliin
05:00 🔰 Moonaakoo Benefikaa waliin
05:00 🔰 Feynoord Milaan waliin

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Piriimeer Liigii Inglaand (Tapha qixxeesituu)

04:30 🔰 Everteen Livarpuul waliin


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @dirre_isportii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
  ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kana taphatamu.

💠Kibxata
02:45 🔰 Bireest PSG waliin
05:00 🔰 Sporting Dortumaand waliin
05:00 🔰 Juveentus PSV waliin
05:00 🔰 Maan Siitii Riyaal Maadriid waliin

💠 Roobii
02:45 🔰 Kilaab Biruuj waliin
05:00 🔰 Seeltik Baayer Muuniik waliin
05:00 🔰 Moonaakoo Benefikaa waliin
05:00 🔰 Feynoord Milaan waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Zilaantaan Ibrahimovich Lukaakoo irratti: Akka nama jabaadha ta'e tokkotti yaada,"ani garuu nama si caala jedhee yaadu kamiifuu dhiifama hin godhu ".

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


BREAKING:👇

✅ Niikoo Gonzaalez yeroo ammaa tapha Riyaal Maadriid waliin taasisan dura garee jalqabaa Maanchistar Siitii waliin shaakala taasisaa jira. 🇪🇸

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Riyaal Maadriid tapha boru Maansiitii waliin qaban iratti taphattootni kana gadi kaardii akeekkachiisa yoo argaatan tapha deebii iratti hin hirmaatan.

👉Kaamaavingaa
👉Endriik
👉Moodriich
👉Beelinghaam
👉Chowaamini

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Arsenaal yeroo dhumaaf waancaa erga injifatanii waggaa 5 ta'eera

Suuraan armaan olii kun yeroo dhumaaf waancaa Awurooppaa fi Ingilizii injifatan agarsiisa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Kanan maal jeetuu waal qabatani demani jiru gareen kessaan bahee moo jira FA KAPPII KEESSAAA👇

Bahe jira😄😄😄
Laki hin jira👍🏿👍🏿👍🏿


Morgan Rodgers bara kana Aston Viilaaf taphoota baay'ee taphate (16) Ole Watkins qofatu caala. (21)

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


BREAKING 😔

Lucas Vasquez sababa miidhaan tapha maan siitii fi Riyaal Maadriid alaa akka ta'e kilabichi bekksiseejira

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Bara kana waancaa afur galmeessisuuf kan yaalaa ture Liivarpuul FA kaapii keessaa bahee jira!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Arsenal, Maanchistar Yunaayitid fi Liivarpuul taphataa sarara gidduu ganna 20 Intiraakt Firaankifart Hugoo Laarsan irratti fedhii cimaa agarsiisuu isaanii [Caughtoffside] gabaasee jira!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅ Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa Riyaal Maadriid fi Maanchistar Siitii gidduutti taasifamu Kileeman Turpiin abba murtii gidduutti

✅ Riyaal Maadriid Kileeman Turpiin jalatti tapha tokkollee mo'amee hin beeku.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨Real Madrid jijjiirraa ganna kana irratti taphattoota sarara ittisaa giddu galeessaa lama mallatteessisuu barbaada.

Loos Bilaankoos Wiliyaam Saaliibaa fi taphataa sarara ittisaa biroo tokko mallatteessisuuf karoorfateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphattoonni bara kana liigota gurguddoo Awurooppaa shanan irratti goolii 20 ol lakkoofsisan 3 qofa:

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Harii Kane 21
🇪🇬 Mohaammad Saalaa 21
🇮🇹 Maatiyoo 20

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


- Riyaal Maadriid kibxata Maanchistar Siitii waliin ni taphata. Tapha kana hin ilalata ?

🎙️ Juuliyaan Alvaareez: "Daawwachuun koo hin oolu, hiriyyoota kootiifis waan gaarii hawwa."

Juliyan Alvarez tapha darbii Maadriid kallessaa irrati MAN OF THE MATCH TURE

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Keevin De Bruyne Maanchistar Siitiif

👕 Taphoota 407
⚽️ Goolii 105 galcheera
🎯 173 mijeessee kenneera
🏆 Waancaa 18 injifate

:- Namni akka kiyyaa KEVIN jalatan 🔥❣️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Maanchistar Siitii fi Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara gidduu Atalantaa Edersan ganna dhufu fudhachuuf fedhii guddaa qabu.

Enyutu fudhata lata😄👇

Maan siitii 🔥🔥🔥🔥🔥🔥

Maan Yunaayitid 👍🏿👍🏿👍🏿👍🏿👍🏿

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️  @dirre_isportii
 ♡       ⌲           🔕           ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 last posts shown.