Gosaan tokko ta'eef
Itittuun dhamaaree
Hunduu calaqqiseef
Warqii jedhamaaree..
~
Kan inni dubbatuu
Ilaaltee madaalaa
Hin amaniin lakkii
Bor didee si haalaa
Walaloo babareedo akkasii argachuf join godhaa
Itittuun dhamaaree
Hunduu calaqqiseef
Warqii jedhamaaree..
~
Kan inni dubbatuu
Ilaaltee madaalaa
Hin amaniin lakkii
Bor didee si haalaa
Walaloo babareedo akkasii argachuf join godhaa