😭mucayyoo durbaa tokko jaalalaan irraa qabameen, "sin jaalladha💔" ittiin jennaan na didde. fala dhabnaan Mana xonqaayii naannoo keenya jiru tokkon deeme. innis wantoota akka isheen si jaallattu gochuuf si barbaachisu "rifeensa mataa ishee irraa buqqisii fidi" naan jedhe. Anis rakkina meeqaan rifeensa ishee utuu ishiin gabaa keessa deemtuu irraa buqqiseen fuudhee Mana xonqaayiichaatti deebi'e.
achiin booda "itti siif xonoqqoleera kana booda ofiishee fiigdee dhufti" naan jedhe. Anis gammadeen gara Mana kootti deebi'e. Amma maaltu ta'a seetan. farda naannoo keenya jiru tokkotu karaa darbaa na dhowwe😳. beqqaa baay'eema na jaallate. ergasii gaafan itti yaadu🤔, rifeensin guyyaa sana irraa buqqise, eegee fardaa [wiiggii] ture😭
jedhani jedhaanidhaka 😁